Jaal Jaarraa Lammaffaa

Jaal Jaarraa Lammaffaa akka sareetii duuta waggaa kuma jirachuu irraa
akka leencaatii baroodee guyyaa tokko booda du'u naaf wayya

Bara Gidiraa!Gidiraan uummatni keenya keessa jiru ulfaataadha.Rakkooorraa rakkootti,roorroorraa roorrootti ce’ee jirra.u...
08/09/2025

Bara Gidiraa!

Gidiraan uummatni keenya keessa jiru ulfaataadha.
Rakkooorraa rakkootti,roorroorraa roorrootti ce’ee jirra.

ummatni kaleessa daangaa isaa: Bahaa hanga dhihaatti,kaabaa hanga kibbaatti sararatee jiraataa ture,har’a maal taanaan qe’ee ofii dararama?

Ummatni keenya Godina horro guduruu Wallaggaa Aanaa Abee Dongoroo Ganda Hoomaa Gaalessaa birmannaa hatattamaa barbaada.
Oromoon har’a adda faca’ee,badii eeggataa jiru kun,kaleessa ormaafuu furmaata ture.
Seenaa dogoggora wal dhaalchisuun,egeree ofii balleessuudha.
Tokkummaa keenya kaleessaa deebisnu malee,ibiddi nutti qabate nurraa hin dhaamu.
!


07/09/2025

𝐋𝐢𝐱𝐚 𝐛𝐢𝐟𝐭𝐮𝐮


Yaa Rabbi nuuf Araarami! Salaata ... Istigfaaraa fi Sadaqaa haa heddummeessinu!ربِ اغفر وارحم، وتجاوز عمّا تعلم، إنك أنت...
07/09/2025

Yaa Rabbi nuuf Araarami!
Salaata ... Istigfaaraa fi Sadaqaa haa heddummeessinu!
ربِ اغفر وارحم، وتجاوز عمّا تعلم، إنك أنت الأعزّ الأكرم

Dhaabni ABO-WBO Zoonii Lixaatti miseensota waraanaa haarawaa leenjii siyaasaa fi loltummaa kennaafii ture xumursiisee ee...
07/09/2025

Dhaabni ABO-WBO Zoonii Lixaatti miseensota waraanaa haarawaa leenjii siyaasaa fi loltummaa kennaafii ture xumursiisee eebbisuu beeksise

ONM-ABO Fulbaana 5, 2025

Dhaabni uummata bal’aa fi saboota cunqurfamoof falmu ABO-WBO’n humna gita uummatichaa ta’e ijaaruuf halkanii fi guyyaa boqonnaa tokko malee hojii boonsaatti bobba’ee kan jiru, qaxaleewwan gudeeda sabichaa keessaa dhalachuun xurii garbummaa balfan yeroo yeroon ofitti fuudhee leenjii siyaasaa fi loltummaa kenneefii dirree lolaatti bobbaasuu jabeessee itti fufuun Fulbaana 2, 2025 Zoonii Lixaatti miseensota waraanaa yeroo dheeraaf leenjii kennaafii ture eebbisiisuu beeksiseera.

Akka gabaasni WBO Zoonii Lixaa irraa nu qaqqabe ibsutti, ilmaan Oromoo sammuun bibilchaatoo fi quuqama lammii qaban, waanjoo fi gidiraa garboomfataa impaayerattii balfan golee Oromiyaa keessaa seecca’uun walitti qabee seenaa uummata Oromoo fi ga’ee biyyi tokko of-dandeessee yoo ijaaramte boqonnaa sammuu fi misooma sirriin akka jiraattu barsiisaa fi akeekaa leenjistoota gameeyyiin gorsaa fi hubannoo sirrii kennaafii kan ture dhaabichi dura bu’uummaa abbaa mooraa Zoonii Lixaa kan ta’e jaal Falmii Tufaanis irbuu seensisee bobbaaseera.

WBOn mooraa Zoonii Lixaa dabalatee zooniilee biroo keessattis leenjisee bobbaasaa kan jiru yoo ta’u, torbuudhuma darbe kana Zoonii Lixaa keessatti eebba marsaa Riqichaa Tokkummaa maqaa jedhuun eebbisisee turuun ni yaadatama.



゚viralシ

07/09/2025

𝐇𝐚𝐫𝐤𝐚𝐚𝐧 𝐪𝐚𝐛𝐢𝐢



゚viralシ

06/09/2025

Injifannoon dhiigan ni dhufaa



゚viralシ

MUL'ATAA KEE DHUGOOMSUUF GATII BAASTUU QABDA!!! WAAN BARBADEE ARGACHUUF WAAN DHABUUN HIN MALEE AKKA DHABDUUS DURSII BEEK...
06/09/2025

MUL'ATAA KEE DHUGOOMSUUF GATII BAASTUU QABDA!!! WAAN BARBADEE ARGACHUUF WAAN DHABUUN HIN MALEE AKKA DHABDUUS DURSII BEEKII!! Falmii Kiyyaa

06/09/2025

Jaarraan....



゚viralシ
゚viralシ

Rakkoon haajiraatu,Rakkoon yoo jiraate namni ofyaadata,Rakkoon yoo jiraate fala barbaaddata,Rakkoon yoo jiraate diina is...
05/09/2025

Rakkoon haajiraatu,
Rakkoon yoo jiraate namni ofyaadata,
Rakkoon yoo jiraate fala barbaaddata,
Rakkoon yoo jiraate diina isaa beeka,
Rakkoon yoo jiraate firasaa hubata,
Rakkoon yoo jiraate waamee woldhaga'a,
Rakkoon yoo jiraate woliisaan maryata,
Rakkoon yoo jiraate gartokkotti yaa'a
Rakkoon yoo jiraate gamtoomee jabaata,
Rakkoon yoo jiraate jabaatee falmata
Rakkoon yoo jiraate falmee bilisooma
Rakkoon hanga jiru qabsoonis jiraata!


゚viralシ

I've just reached 40K followers! Thank you for continuing support. I could never have made it without each and every one...
05/09/2025

I've just reached 40K followers! Thank you for continuing support. I could never have made it without each and every one of you. 🙏🤗🎉

Milkaa'ina keessaa wanti hamaan nama siif gammadu argachuuf yaaluudha.🤏Jireenya keessatti milkaa'inaaf👉 Akka damma mi'aa...
04/09/2025

Milkaa'ina keessaa wanti hamaan nama siif gammadu argachuuf yaaluudha.
🤏Jireenya keessatti milkaa'inaaf
👉 Akka damma mi'aawaa ta'i
👉 Akka sa'aatii idilee ta'i
👉 Akka abaabootti haaraa ta'i
👉 Akka tishuutti lallaafaa ta'i
👉 Akka dhagaattis jabaadhu
🫱Nama hundumaa safuu fi gaarummaadhaan ilaali, sababiin isaas isaan gaarii waan taʼaniif utuu hin taʼin, ati waan gaarii taateef.
🫱Bilchina jechuun umurii jechuu miti. Miira, safuu fi ilaalcha namoota biroof qabdu jechuudha.
🫱Waan xixiqqoo irratti gadduu dhiisi, waan to'achuu hin dandeenye irratti miira keessa galuu dhiisi. Yeroon ati deebitee gammaddu amma. Gammachutu siif mala.
Seenaa Warra Magarsaa Ida'ee ( Jl Urjii Lolaa) fi
Jl Gurraacha ( Jl Gurraacha Lataa ) waliin turtii mikii qabaadhaa! Asumaanis hordofaa!

Yoo isaan si kabajan ati kabaji. Yoo isaan si tuffatan, ammas isaan kabaji. Yoo isaan siif ta’an, ati isaaniif gaarii ta...
03/09/2025

Yoo isaan si kabajan ati kabaji. Yoo isaan si tuffatan, ammas isaan kabaji. Yoo isaan siif ta’an, ati isaaniif gaarii ta’i. Yoo isaan si biratti abaaranii fi kakatan, jecha gaarii isaaniif dhiyeessi. Gochi badaan isaanii amala gaarii kee akka miidhu hin eeyyaminiif. Ol ka'i isaanirra


Address

Alexandria

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jaal Jaarraa Lammaffaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share