Ifa basa limu

Ifa basa limu Información de contacto, mapa y direcciones, formulario de contacto, horario de apertura, servicios, puntuaciones, fotos, videos y anuncios de Ifa basa limu, Creador digital, Jimma, Madrid.

07/10/2023

Wan Rajii Dha I/G/B/B/A/Coraa
Botor Ergaa Silxaan Irraa Buhu
Issa Baree Qarshii 200.000 Itti Gafataama
W/Fayyaa Anaa Coraa Botor
Gafaate Dhaqee Alkkan keessa
Satii 2 Irraatii Dhaqee kun Rajii dha Yaa 70

05/08/2023

Of Eeggaanoo Anaa
Cooraa Botor
Warreen Dambalii Sagalee Haqaa
Barbachaa Jirtaan Gadii Taha

Hanni lafaa Cooraa Botoritti gidduudhaan dhaabatee ture deebi'ee akkuma itti fufetti jira. Waliigalatti baasiin lafa kan...
05/08/2023

Hanni lafaa Cooraa Botoritti gidduudhaan dhaabatee ture deebi'ee akkuma itti fufetti jira. Waliigalatti baasiin lafa kanaa akka ragaan qulqqulluu nt qaqqabetti qarshii kuma shantama namichi lafa fudhataa jiru kun kan baasii godhe yoo ta'u wanti kun akka guutuu Oromiyaatti akka nu beekamuuf lafa qabsa'aa gameesse dhala namaa Oromoo jaallee artiistii jaallatamaa fi kabajamoo kan ta'e tuffii isaa kan agarsiisu ta'uu akka nu hubattanu waanti ta'e kun kaninni ta'e Godina Jimmaa Aanaa Cooraa Botor Ganda Kara Diimaa Goluu keessatti yeroo ammaa kana hojjetaa waajjira lafaa fi eegumsa naannoo ogeessa safara lafaa kan ta'e maqaan isaa kan jedhamuun yeroo ammaa sa'aatii kana keessa kan raawwatamaa jiru ta'uu fi kun tuffii nama beekamaaf oromoo dargaggootaa ta'uu akkanni agarsiisu nu taajjabaa yoo dandeessan qeerroof qarreen noonnoo walitti birmachuudhaan fincila itti kaasaa irraa dhowwaa yoo dadhabdan gara fuula duraatti namichi jedhamt kun akkanni lafa sanarraa oomisha tokko hin galfanne godhaa. Yoo dandeessan namitti Bashaanaa jedhamtu kana daandii gubbaatti eegaatii bakka ragaan tokko hin jirretti taarkaanfii irratti fudhaa.

Jaalleen Hacaaluu Hundeessaa paarkii yaadannoo isaa Ganda Kara Diimaa Goluu fi Aanaa Cooraa Botor keessaa balleessitanus lappee ummata Aanaa Cooraa Botor keessaa akka hin balleessine beekaa.

Warreen asiif achi fiigdanii seenaa jalloo akkanaatiin daldaltanuu seenaan kun seenaa gadheedhaan galmaa'ee akka achi isiniif ta'uu hubadhaa

“Duuti Haacaaluu hiriyoota isaa dabalatee namoota hedduuf madda galii ta’eera waan ta’eef gumaa isaa awwalaanii maqaa is...
30/06/2023

“Duuti Haacaaluu hiriyoota isaa dabalatee namoota hedduuf madda galii ta’eera waan ta’eef gumaa isaa awwalaanii maqaa isaatiin daldalatanii jiraachaa jiru”

Aadde Faantuu Damissoo (Haadha Warraa Haacaaluu)

Hordoftoonni Amantaa Islaamaa martuu Baga Ayyaana IEDAL -Adahaa (Arafaa) Waggaa 1444ffaan Nagaan Isin Gahe!Ayyaana Gaari...
27/06/2023

Hordoftoonni Amantaa Islaamaa martuu Baga Ayyaana IEDAL -Adahaa (Arafaa) Waggaa 1444ffaan Nagaan Isin Gahe!

Ayyaana Gaarii!

 Waldaan Ameeriikaa kutaa 'Bosten' kan namoota saala walfakkaata wal fuusisuufi walitti heerumsiisuun beekamtu bakakkaan...
15/06/2023



Waldaan Ameeriikaa kutaa 'Bosten' kan namoota saala walfakkaata wal fuusisuufi walitti heerumsiisuun beekamtu bakakkaan haala kanaan haleelameera!
Odeeffannoo Ariifachiisaa

Obbolee kun diraamaa yookiin fiilmii sitti hin fakkaatin!Godina Jimmaa Aanaa Cooraa Botor Ganda Koobii Qajeeloo Araddaa ...
06/06/2023

Obbolee kun diraamaa yookiin fiilmii sitti hin fakkaatin!
Godina Jimmaa Aanaa Cooraa Botor Ganda Koobii Qajeeloo Araddaa Awaa'ee keessatti gaafa guyyaa 28/9/2015 ta'e! Ambulaansiin taajajila haadholiif jedhamee dhufe osoo jiruu hawaasni gandichaa haalaa armaan gadiitti argaa jirtan kanatti siree aadaatiin har'a guyyaa sa'aatii 7:56ti baatee gara buufata fayyaa fide.
Aanaan Cooraa Botor ambulaansii 3 qabdi jedhama sadanuu garuu tajaajila fayyaa ummataaf osoo hin taane Ambulaansii deessuun waan ittiin deemtu dhabdee yaala ga'aa argachuu dhabdee duutu rakkattu kun Bulchaa Aanichaa Obbo akka makiinaa manaatti itti fayyadama jedha.
Kanaaf waanti kuni furmaata atattamaa barbaada namichi viiksii haa bitatuutii Ambulaansii ummataa harkaa nuuf
fuudhaan dhaamsa kooti!

Aanaa Cooraa Botoritti sababa dhabama kenniinsa tajaajila ambulaansii haadholiin deessuun qarqara daandii irratti dahaa du'aa jiru lubbuu ilma namaa sababa dhabama tajaajila kanaatiin badaa jiruuf mallisaa maali eenyutu itti gaafatama rakkoon kun magaalaa kanatti baayyee bubbuleera homaa furmaata argachaa hin jiru hawaasni keenya rakkoo hamaa keessa jira lubbuu namaatiin akkamitti qoosama.

Haatii ciniinsuun lubbuu keessa jirtu sababa dhabama kenniinsa tajaajila Ambulaansii du'aa jirti maaloo maal wayyaree ummata harka qalleeyyii homaa hin qabneef maaltu yaadame konkolaataan ambulaansii ummataaf akka tajaajila kennuuf yoo dhufullee ummataaf tajaajila kennaa hin jiru maaliif hoggansii tajaajila ummataaf dursa hin kennine quuqama ummatasaa hin qabne haadholii deessuun sababa kanaan du'aa jirtu dhagahaa callisu lubbuu namaatti qoosu nama maaliiti itti gaafatamummaa kanaa hin qabumoo?
qaamni dhimmi ilaallatu furmaata hatattamaa akka nuuf kennitan kabajaan isin

Mal jeetuu wa'ee ko
24/05/2023

Mal jeetuu wa'ee ko

  Gadda 😭😭😭😭😭😭😭Godina Baaleetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun barsiisota 18 darbe 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭Godina Baaleetti bala...
21/05/2023

Gadda 😭😭😭😭😭😭😭
Godina Baaleetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun barsiisota 18 darbe
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Godina Baaleetti balaa tiraafikaa ganama kana mudateen lubbuun barsiisota yuunivarsiitii Madda Walaabuu 18 darbuu ibsameera.
Konkolaataan Yuunivarsiitii Madda Walaabuu Barsiisotaa fi hojjettoota Yuunivarsitichaa 45 fe'ee imalaa ture Gaara Washaatti karaa irraa miliquun kufee hanga ammaatti lubbuun barsiisota fi hojjettootaa 18 darbeera.

Suuraan Armaan Gaditti Argitan Kun Kan Eenyuuti ?????, 😭😭😭😭😭😭😭
13/05/2023

Suuraan Armaan Gaditti Argitan Kun Kan Eenyuuti ?????, 😭😭😭😭😭😭😭

Dirección

Jimma
Madrid

Página web

Notificaciones

Sé el primero en enterarse y déjanos enviarle un correo electrónico cuando Ifa basa limu publique noticias y promociones. Su dirección de correo electrónico no se utilizará para ningún otro fin, y puede darse de baja en cualquier momento.

Compartir

Categoría