Barra miitim barra uttu hin dhugiin machahaniim

Barra miitim barra uttu hin dhugiin machahaniim My own business runner. Naan beektu
Naan bartu
Naan madaaltus✌️
🥰20

07/11/2025

Lolli gaarii mitii Rabbiin biyya Itiyoopiyaaf nagaya haa buusu.

07/11/2025

Depression is full Stress🤣

07/11/2025

humaayyuu yoo dhabne ilaalcha namummaa fi qajeelummaa qabaachun gaariidha! guyyaa gaarii✋️

07/11/2025
07/11/2025
06/11/2025

Naamusa fi haala gaarii qabaachun waan kabajaa akkaan namaaf dabaluudha🤍

06/11/2025

'IBAATI ❗️
Namoonni Birrii miiliyoona 82 ol waliin dhahuun himataman adabbii cimaa waggaa 10 hanga 21 adabamaniiru.

Hojii Gaggeessaa Baankii Daldala Itiyoophiyaa Damee Boolee Biraas dabalatee abbaa qabeenyaa COC Al ergii fi Galchii Waldaa Dhuunfaa Itti gaafatamummaan isaa murtaa’e irratti murtoon kun darbuu ibsame.

Himatamaa
1ffaa Yohaannis Zara’aay,
2ffaa Faantahuun Adaraa,
3ffaa Zarihuun Tasammaa,
4ffaa Abrahaam Gabra Anaaniyaa Gabruu fi
5ffaan abbaa qabeenyaa COC Al ergii fi galchii Waldaa Dhuunfaa Itti gaafatamummaan isaa murtaa’eedha.

Himatamtoonni kunneen maallaqa malaammaltummaan argame adeemsa seera hin hordofneen gara lakkoofsa herreega isaanii gale seera qabeessa fakkeessuun sosochii adeemsa faayinaansii sirrii akkaataa eegeen daddabarsuu fi baasii gochuun fayyadamuu himatamaniiru.

Maallaqa yakkaan argame seera qabeessa fakkeessuun dhiyeessuu isaaniin badii raawwataniiru jedhaman.

Haaluma kanaan
👉 Himatamaa 1ffaan adabbii cimaa waggaa 10 fi Birrii kuma 60,
👉 Himatamaan 3ffaan adabbii cimaa waggaa 21 fi Birrii kuma 100 fi kuma 65, akkasuma
👉 Himatamaan 5ffaan Birrii miiliyoona 1 fi kuma 200 fi kuma 15 akka adabaman itti murtaa’eera.

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Maallaqni isaan waliin dhawan hoo❓

06/11/2025

Qoyi🤔jechii janajjanuu jedhu jecha mali irra dhufee?

Address

911911na
`Alem Gena

Telephone

+251921441302

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Barra miitim barra uttu hin dhugiin machahaniim posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share