
18/03/2024
🤣🤣🤣🤣🤣
Itoophiyaatti konkolaatan 'Siinootiraakii' jedhamu maqaa masoo garaa garaa qaba: ''shibbiruu, qayyi -shibbir" fi fa'aa jedhanii waamu namoonni.
Maqaalee masoo kana kan baasaniif balaa konkolaataa Itoophiyaatti mudatuuf yeroo heddu sababni isa kan jedhuuni.
Ofii siinotiraakiin Itoophiyaatti konkolaatawwan kaan caala balaa qaqqabsiisaa?
https://bbc.in/49QyA7D