Biiftuu Oromiyaa BABA DESI

Biiftuu Oromiyaa BABA DESI Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Biiftuu Oromiyaa BABA DESI, Digital creator, East adama, Adama.

19/02/2025

Alhamdulillaah

03/03/2024

Baacoo Aja'ibaa

Akkas turee barattoota lamatuu turaan tokko barata cimaa yeroo ta'uu inni tokko ammoo faallasa dadhabadha innii dadhabaan yeroo hundaa isaa cimarraa waan hatuuf qabxii wal qixaa turaan guyyaa tokko akkas ta'ee barsiisan dandeetti barattoota lamanii adda baasu barbaade kanaf qorumsa qopheessanif
dursaa kan gaafatamu barata isaa cimaadha gaaffichi kana turee

Barsiisan:-1 taphatan addunyaa kanarra beekaman eenyu?

Barata cimaa:-duraa Maradoona turee amma kiristaan Roonaldodha jedhe deebise

Barsiisa:-2 namni ji'aarra adeeme qoraatera jedhama kana akkamin ilaalta?

Barata cimaa:- jedhama garuu saayinsiidhaan hin beekamne jedhe deebisef

yeroo innii bahuu barata inni dadhabaan akkumaa amala isaa maal jette deebiste? jedhe gaafate innis kan jedhe deebise itti himee innis dabaree isaa qoramuf seene garuu kan nama dhibuu qormaanni jijjiraameera

Barsiisa:-1 maqaan abba kee eenyu?

Barata dadhabaan:- duraa Maradoona turee amma kiristaan Roonaldodha

Barsiisan naasu guddadhan:- maal mucaan kun sammun qabuu?

Barata dadhaba:- jedhama garuu saayinsiidhaan hin beekamne

Kkkkkkk K*K πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚

πŸ…΅πŸ…ΎπŸ…»πŸ…»πŸ…ΎπŸ†† &&& πŸ‡Έ πŸ‡­ πŸ‡¦ πŸ‡· πŸ‡ͺ

Address

East Adama
Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Biiftuu Oromiyaa BABA DESI posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share