Gali Boy

Gali Boy “Namni bu'aa yaada isaati!:)

"Siyaasni bu'aa bahii jireenya ilma namaati:)

Galgala kana FB seentee yennaa oduu woyii dhaggeettu:“Ka Angafa tuqe hin fayyu”😌
25/07/2025

Galgala kana FB seentee yennaa oduu woyii dhaggeettu:

“Ka Angafa tuqe hin fayyu”😌

...Aster Abebe fi Zeritu Kebede 🥰Akka kiyya Nami jaalatu mee??🙌
23/07/2025

...
Aster Abebe fi Zeritu Kebede 🥰
Akka kiyya Nami jaalatu mee??🙌

Yeroo tokko Artistoota bebeekamoo Gooftaa Iyyesuus akka Fayyisaa dhuunfaa isaaniitti fudhatan keessaa tokko ture. Barums...
21/07/2025

Yeroo tokko Artistoota bebeekamoo Gooftaa Iyyesuus akka Fayyisaa dhuunfaa isaaniitti fudhatan keessaa tokko ture. Barumsa fayyinaa Waldaa Ephaphras keessatti warra akka Artst. Xibeebuu Worqiyee, Eyoob Mekonnen, fi Tegist Woyso waliin barachaa ture. Abeel mucaa Waaqayyoo sodaatuufi baay'ee Gooftaa jaallatu ture, carraa argatu hundumaatti dubbii Waaqayyoo dubbachaa ture. Kaleesaa asimoo Sababa albamii sirbaa haar'a gadhiifameef miidiyaa hawaasaa irratti qeeqa hedduu akka isa muudataa jiru argineerra. Abeel, ati waan hundumaa dhiistee gara Gooftaa isa si fayyisee akka deebituuf biyyi lafaa si jaalattee si jibbites bu'aa tokkolle siif hin qabdu sababi isaas waanti biyya lafaa hundi biyyuma lafaa irratti hafa waan ta'eef kun hunduu sitti hafe, sagalee Waaqayyo siif kenneen Gooftaa qofa faarfadhu. Nama yesuusiin beekee maqaa isaatti amanee fayye sirbituu ta'uun hin maluuf. Si jaalanna, si eegna... 🥰🙏🙏

Amboo akka jedha san New Work gochuun dhibnaan uummanni tasfaa kutee coffee house maqaan isaa   Work coffee  jedhuun mog...
21/07/2025

Amboo akka jedha san New Work gochuun dhibnaan uummanni tasfaa kutee coffee house maqaan isaa Work coffee jedhuun moggasuun obsaa jiru😊💔

Jawwee fi Feyisa Woliraa qabaa. 😂😂
21/07/2025

Jawwee fi Feyisa Woliraa qabaa. 😂😂

Tirideentii Saba guddaa kan ifiin jettu kunimoo ijji isaa leensii kaameraa irraa waan hojjettame fakkaatti bakkuma deemt...
20/07/2025

Tirideentii Saba guddaa kan ifiin jettu kunimoo ijji isaa leensii kaameraa irraa waan hojjettame fakkaatti bakkuma deemte hundatti kaameraa ijja keessa laaluu barbaadi🫤🫤

This is Politician Jewar-Mohamed under Paris sky😊
20/07/2025

This is Politician Jewar-Mohamed under Paris sky😊

19/07/2025

Kabaja Uummataafi Miseensaas arginee beekna esh..😏

ሰው ኢየ ኮመተንዉ 😂😂😂😂Bro fuula adoo hin taane lafa kaaree 200 sunqate✌️😂😂
19/07/2025

ሰው ኢየ ኮመተንዉ 😂😂😂😂

Bro fuula adoo hin taane lafa kaaree 200 sunqate✌️😂😂

Eeti!! Dhugaadha! "Ammeesi Abbaan madhata"! Gaaffiin kun caffee Oromiyaatti marroo 2ffaa ykn 3ffaa kaafamuu isaati haa t...
19/07/2025

Eeti!! Dhugaadha! "Ammeesi Abbaan madhata"!
Gaaffiin kun caffee Oromiyaatti marroo 2ffaa ykn 3ffaa kaafamuu isaati haa ta'uu malee haga ammaatti MNO fi Caffeen Oromiyaale dhimma kana akka ka'aa jiruti laalee hin beeku. Kun tufii uummataatiif miseesota caffe'eeti.

Inni itti aanumoo heeraaf seeri caffee kan tumame mirgi gaaffii gaafachuu miidhaafi hacuucaa uummata bakka bu'aniif dubbachuun waan nama gaafachiisuuf sodaachisu tokkolle akka hin qanne ragaa baha. Haabte'uu malee PP biratti heeriif keeyyatni barreefame kun akka danbii ittiin bulmaata adoo hin taane akka afoolaa ykn asoosamaatti laalama. 🫤🫤

Kanumaaf PP n faayyidaa dhunfaaf malee dhugaa uummataatiif misooma uummataatiif bakka hin qaban garreen kun garree hattuuti murna baalageedha gaafa jennu tufii isaan uummataaf qaban waan arginee faarsee bultooti faayyidaa garaa isaaniitiif faarsuu nidanda'u haa ta'uu malee dhugaa kana haaluuf ykn dhoksuuf hin dande'en😒😒

Hundaafuu gaaffii gaafatantan nuuf adoo hin taane miseensa keessan kan caffeetti waamtanii afaan itti dhiqachaa ooltaniif deebisaa🫤

Ati ulfaadhuu wayyaam🙏

Address


Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gali Boy posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Gali Boy:

Shortcuts

  • Address
  • Telephone
  • Alerts
  • Contact The Business
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share