Jamal Ammadnuur

Jamal Ammadnuur Waa sadi hiin dagatiin
,,,,, Ofiratii waaqa kee ✔️
Of duubatti seenaa kee ✔️
Of duratti kaayyoo kee✔️

01/12/2024

Wantoota 17 Haadha Manaa Keessan Waliin Gochuu Qabdan!

1.. Ishee waliin taphadhu, tapha halaala kamiyyuu tasumaa (Nabiyyiin SAW Aayishaa waliin fiiguuf itti fayyadamu) Rabbiin yeroo abbaan manaa haadha manaa isaa waliin taphatu ni jaallata.

2. Gaarummaadhaan ishee ilaaluu fi waan qalbii ishee gara keetti lallaafatu hunda isheef dhiyeessu

3. Kennaa isheef bituu yeroo tokko tokko yoo toffee ta'ellee (akka daa'imaatti ilaalamuu waan jaallatuf).

4. Hojii mana keessaa irratti ishee gargaaruu fkn. Nyaata bilcheessuun, dhiqachuu, kutaa qulqulleessuu fi kkf yeroo argattan (Sunnaadha) .

5. Warra ishee kabajuu fi yeroo tokko tokko kennaa isaaniif bitachuu.

6. Waan gaarii isheen siif hojjechaa turte dinqisiifadhu yeroo hunda sanaaf ishee galateeffadhu. Rabbiin akkana jedha; Kan nama hin galateeffanne Na hin galateeffatu.

7. Hammam akka siif hiika qabdu, hammam akka ishee Jaallattu fi hammam akka carraa ishee argatte itti himi.

8. Yeroo tokko tokko akka daa'imaatti ishee badhu gara sireetti geessu.

9. Ishee qeequun dura galaatefadhu.

10. Urgaa gaarii urgaa’uudhaan (afaan fi qaama) yeroo hunda isheef hawwataa ta’i.

11. Yeroo tokko tokko yeroo waliin jirtan ishee waliin chat godhii.

12. Yeroo hojiitti jirtutti "I miss U" ,"I love U" jettee itti himuu.

13. Ishee waliin waan tokko hojjechuu, fkn. Nyaata bilcheessuu, nyaachuu, Qur’aana dubbisuu fi kkf.

14. Ishee rukutuu, reebuu ykn miidhuu irraa of qusadhu

15. Uffaanna gaarii uffachuu

16. Jireenya keetiif Rabbiin galateeffadhu.

17. Yeroo mara du'aa'ii kee keessatti ishee yaadadhu.

Karaa isheen Jannaata ittin seentu ta'i

Jacha dhugaa yo jedhan isa kanaa
16/11/2024

Jacha dhugaa yo jedhan isa kanaa

15/11/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Tahir Chama Shubbee, Musxafaa Umar Umar, Shodhee Mucaa Jalaalaa

15/11/2024

Bareedaa Akka Aduu Hanga'u dha

Rasuul ﷺ♥️🫶

08/10/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Suleyman Temama, Ramadan Mahamad

Address

Jamaal Ammadnuur
Adama
OROMOO

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jamal Ammadnuur posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Jamal Ammadnuur:

Share