Abdulkerim P1

Abdulkerim P1 Employee at gov't organization

06/07/2025

ከብሪክስ መሪዎች ጋር በሪዮ ዲ ጄኒሮ በዚህ አመቱ ጉባኤ ላይ ተገኝተናል። የበለጠ እኩልነት እና ፍትኅ የሰፈነበት ዓለም ለማግኘት ትስስራችንን የበለጠ እናጠናክራለን። የብሪክስ መድረክ የጋራ የልማት እና አለምአቀፋዊ ትብብርን በማሳደግ ረገድ ጠቃሚ ሆኖ ቀጥሏል።

Hooggantoota BRICS waliin Yaa'ii baranaa irratti Riyoo Dii Janeerootti walargineerra. Addunyaa walqixxummaafi haqni caalaatti itti mirkanaa'eef hidhata keenya ni cimsina. Waltajjiin BRICS misooma waloofi walta'insa idil-addunyaa guddisuuf faayida qabeessa ta'ee ittifufeera.

Alongside fellow BRICS leaders at this year’s summit in Rio Di Janeiro. Together, we continue to strengthen our partnership in pursuit of a more equitable and just, world. The BRICS platform remains vital in advancing shared development and global cooperation.

06/07/2025
06/07/2025
Hoggantoota 'BRICS' waliin walgahii baranaaf Riyoo Dii Jeneerootti argamneerra. Addunyaa walqixxummaafi haqaqabeessummaa...
06/07/2025

Hoggantoota 'BRICS' waliin walgahii baranaaf Riyoo Dii Jeneerootti argamneerra.

Addunyaa walqixxummaafi haqaqabeessummaan keessatti mirkanaa'e argachuuf walitti dhufeenya keenya daran cimsina.
Waltajjiin 'BRICS' misooma waliiniifi tumsa idiladdunyaa guddisuu keessatti gahee guddaa qabaachuu ittifufeera.

(Ministira Muummee Doktar Abiyyi Ahmad)

06/07/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Gechoo Adunyaa, Mny Neme, Ibsaa Musxafaa, Anas Jimma

Oromiyaatti qormaanni kutaa 8ffaa Waxabajjii 3-5, 2017 kennama**********Qormaanni kutaa 6ffaafi 8ffaa sadarkaa naannoott...
28/04/2025

Oromiyaatti qormaanni kutaa 8ffaa Waxabajjii 3-5, 2017 kennama
**********
Qormaanni kutaa 6ffaafi 8ffaa sadarkaa naannootti kennamu ji’a Caamsaafi Waxabajjiitti walduraa duubaan kan kennamu ta’uu Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksise.

Qormaanni kutaa 6ffaa Caamsaa 26-27,2017 kan kennamu yoo ta’uu, kan kutaan 8ffaa immoo Waxabajjii 3-5, 2017 kan kennamu ta’uun ibsameera.

Biirichi barsiisonniifi maatiin deeggarsa barbaachisu akka kennan waamicha dhiyeessuu ragaan BBO’irraa argame nimul’isa.

28/04/2025

Address

Adama

Telephone

+251930295407

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdulkerim P1 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Abdulkerim P1:

Share