Oromia Today

Oromia Today Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Oromia Today, Media/News Company, Ambo, Adama.

Zoonii kibba bahaa Guyyaa har'aa  [Waxabajjii 12/2026 ] Godina Arsii Lixaa Ona Gadaba Hasaasatti inj*f*nnoo argate.   to...
12/06/2026

Zoonii kibba bahaa Guyyaa har'aa [Waxabajjii 12/2026 ] Godina Arsii Lixaa Ona Gadaba Hasaasatti inj*f*nnoo argate. too'atee jira.
I U O'f
Oromia Today

11/06/2026

Dhaloota Onneen qulqulluu wal

jabeeffatee sodaa injifate, warra wareegama galaafatee dhugaa dura jilbiinfate kana faana qabsoo gaggeessun hadhaa qabsichi qabu na dagachiisa. Baga naaf jiraattan jaallan

Keenyaa!
Oromia Today

• Warrii Gadaa Tuulamaa kan bara kana Geettii keessan dhaqqabdan baga hamtuuf jabduu hunda darbitanii har'aa geessan.  T...
09/06/2026

• Warrii Gadaa Tuulamaa kan bara kana Geettii keessan dhaqqabdan baga hamtuuf jabduu hunda darbitanii har'aa geessan.

Tuulamni Gadaa isaa kana akka dibaa ibidaatti irra ciisee roorroo alagaa jalaatti tikfatee hambaa dhaloota dhaqqabsiifatee.
Roorroo fi hamtuu alagaan itti aggaame irraa kan ka'ee sirnii mijuu tahuufi dhabuun akkasumaas babbaddaan isa seenuun waan haaraa miti. Sabaabni isaa diina sirniicha balleessuuf itti duulaa turee jalaatti tiksanii hambaa asiin gahuun waan guddoodha.

~Warrii keenya baga geessan.

•Dhaamsakoo
~Tuulamaa kana waan yaaddaniifis waan yaaddoftaniifis fakkaattanii warrii oromoon addaan fageessaa jirtaan dhiisaa. Oromoon tokkichuma booqaa hin qabuu, goobaa hin qabuu. Maccaa, Booranaa, Arsii, Gujii, Ituu, Iluu, walloo, karrayyuu, hunduu oromoodha.

Diinni gaafa si diiguu fedhu tokko dhaadhessee kaan gadi qabaa.
Bara as dhihoo kana Tuulamaa kana akka malee diinni gogaa firaa uffaatees diinnis akkasumaas diinni fira fakkaatuus maqaa kana lafa hin ka'aan.

Ammammoo jedhanii jedhanii Abbaa Itophiyaa taasisanii mul'isuutti jiruu. Oromoon akka oromoo Tuulamaa itophiyaan barbadeessitee hin jiruu. Itophiyaan eenyuun caalatti Tuulamaaf diina. Ammoo itophiyaan oromoof diina taatee Tuulamaaf dhala hin taatu.

Warrii faana awwaara kan oromoo keessatti dhalaattee guddattee Danuun oromoo kara dandeesse hundaan adda dhiibuu feetii. Kuni diinummaadha. Oromoon Gadaas, Aadaas, eenyummaas waluma faana qaba.

Gadaan haa jabaatu
Dhalootni itti haa jiraatu
Tuulamni baga jala bultii Jilaa geessan. Koraa hobbaafattanii akka Jilaa milkiin hoofkaltaan isiniif hawwaa.

Gadaan nuhaa jiraachuu, Gadaatti guddaadha itti jiraadha.
Suuraan ardaa Jilaa dhaka koraa
Jaawwii Jiillee
Oromia Today

🌿Ganama kanaa  malaa turee fakkaattaG W Bahaatti waajjirri bulchiinsa magaalaa aanaa nuunnuu qumbaa kana fakkaata.      ...
07/06/2026

🌿Ganama kanaa malaa turee fakkaatta
G W Bahaatti waajjirri bulchiinsa magaalaa aanaa nuunnuu qumbaa kana fakkaata.
Oromia Today

07/06/2026

🌿 Zoonii Kibba Bahaa!


Oromia Today

06/06/2026

Addunyaa kanarratti namni gabroomuuf dhalate hin jiru.
Sammuun gabroomee jiraatu garuu jira.

06/06/2026

Waan kanarraa waa hubachuu ni dandeessu jedheen abdiin qaba dhaggeeffadhaa.
Oromia Today

05/06/2026

✍️ Beekumsi ( ) Qabeenya guddaa Oromoo jalaa bade waan ta'eef bakka arge hundaa barbaadee fudhachuu qaba.

~Dubbifadhaa....
02/06/2026

~Dubbifadhaa....

01/06/2026

🌲Biyyaa humnaan ijaaramte keessatti; kan humnaa qabuutu jiraata!..‼️
Oromia Today

Address

Ambo
Adama
430

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromia Today posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share