FM Farhan Media

FM Farhan Media Musician band I am living for my dream

please follow like share my tiktok profile
06/06/2024

please follow like share my tiktok profile

.anawar.jfazman 1074 Followers, 0 Following, 362 Likes - Watch awesome short videos created by farhan Anawar

Sis tiyyaa
03/04/2024

Sis tiyyaa

Fardii kee gulufeeKoo Garaa hurgufeelafaan lafee caphuuSodadhaa yoon kufeeDuraan hin sodadhuuSaggaraa jaalalaamoo'ee far...
03/02/2024

Fardii kee gulufee
Koo Garaa hurgufee
lafaan lafee caphuu
Sodadhaa yoon kufee

Duraan hin sodadhuu
Saggaraa jaalalaa
moo'ee faruun galuu
godhadhe akkaa qamaa

Arraa dhirumman too
Harkaa tetit galtee
Maalaf marii tantoo
Na harkaa facaftee

milaa lamaan fardaa
Dhiraa kasee dhabuu
kan biyyii raaji fi
faarudhan dabaluu

arraa abjuudha moo
Abarsaa giftii too
Namnii moo'uu baree
Moo'amee yoo galuu

enyuu maqaan isaa
goonii gotaa haatuu
madaqoo godhatee
Kan manasatin galuu.
Yoo maqaa qabatee
Isaanin si yaamaa
Abba nan galatee
Firii koo ha baruu

gurraan galachuu dhaf
Tarii yoo na mootee
kabajaa dhunfaatif
Tasaa dogoggortee
lakki akkasmii
Dubbin akkana turtee

diree lolaan Alaa
An sif kufuun kankoo
sababnii jaalalaa
mitii dadhabbii koo

Hin dhaddatiin heduu
Anatuu si caalaa
Jaalalan kufuu koo
Yoo seetee wallalaa

Gumaataa midhagaa
Keetif gafaan dhufeen
arrgaa guyyaa duraan
dhirumaa koo kufee

Arra nan dhiphisuu
anaf haraa mittii
Kufee kufifachuun
Kunis adaa kootii

Ana fuutee seetee
Ni fudhamtee atii
Yoom sentee ilaltee
Golaa onnee keetii
Gafaa kiyaa seenuu
Kankee dhufee nattii
Gafaa if garteettii
Wal-qixaa naf atii

Haqanqalan tantee
Nat naquu hin tatuu
Gadidhaan anilleen
Tee siraa hin elmadhuu
Dubbiin jaalalaa tun
Jaalalan haa dhumtuu
Atii tan if tultuu
Xiqoo if qusadhuu
Jaalaltii jaalalan
Wal jalaa haa batuu

Art Farhan Anawar

Namtichii mana fincaani bu'ee keessaa baasuf harkaa itti gad-keninaan harkii keessaan qulqulinaa/xaharaa/ ni qabaa jedhe...
31/12/2022

Namtichii mana fincaani bu'ee keessaa baasuf harkaa itti gad-keninaan harkii keessaan qulqulinaa/xaharaa/ ni qabaa jedhee jedhanπŸ€“πŸ€“

miili barii deemuuhin dhabuu fixeessaaGaaran xurii qabuu hin taa'u gaadisaaKan bultum hin beyneeBuluus bu'aa hin qabuuKa...
28/12/2022

miili barii deemuu
hin dhabuu fixeessaa
Gaaran xurii qabuu
hin taa'u gaadisaa

Kan bultum hin beynee
Buluus bu'aa hin qabuu
Kan Eeboo hin beynee
jiffuu qabuu hin dhabuu

Wallaalan bayyeedha
Beekan tokkoo tokkoo
Marataan sadumaa
fayyaan mittii tokkoo

isaa bultii taa'ee
Isaa Roobaa hin faarsuu
Isaa Roobaa taa'ee
Isaa bultii hin qaarsuu

Shananuu tokkiichaa
Tokkoo keessaa adda
Hundaaf nin dirmadha
Akkaa qubbeen kiyyaa

Hirees heeraan Argatee
xiqaan qa'eef guddaa
Dubbiis bullan bulfatee
Gojjoo kudhaa laman

dameen cittee butee
Gaafas dubbii fuutee
ifis Anas mitee
Kufftee narraa butee

Lamaatuu Or'iee
murasatuu Argee
Seenaatuu dagatee
if yadataaf ka'ee

Mirgoon mirgaa gale
Haqoon haqaan gale
Kan kararaa gale
Gaaraf dhaqee bulee

Gaafa bishaan dhugaan
quluun namaf kofflaa
Gaafa bultum bulan
nabeef bulluq quufaa

iji walii lama
Kan keessafi gubbaa
Jiruun nama lamaa
Akkaa qunccee mukaa

An gaafasin himaa
Kalee sa'ommachaa
iftaan numan dhufaa
Buruf arraa tolchaa

Kanaf dubbin qabaa
Cayaa odaa Jala
Bultum murtii qabaa
Kanaf dhaqeen bulaa.
Art

 Qamar sin kabajaaYoomuu sin jaaladhaArbbsoo fi FaaruunOromoof Adaadhadhigaa ilkaanituuwal-akkaa liqimsuuwal-akkaa ni tu...
19/12/2022


Qamar sin kabajaa
Yoomuu sin jaaladha
Arbbsoo fi Faaruun
Oromoof Adaadha

dhigaa ilkaanituu
wal-akkaa liqimsuu
wal-akkaa ni tufuu

Cinsaan nama hin cibsuu
Siree taatee qofaaf
martii cisaa hin taatuu

Dhisaan nama hin dhisuu
firraa baasuu yayyaa
Dubbin keessaa quuqu

Hikaan nama hin hiktuu
Dubraa taatee qofaaf
Martii nitii hin taatuu

Kumnii si Arabsuu
An immoo sin faarsaa
Namni ifuu hin beeynee
Maalif si Arbsaa

Dhugaa dhaban malee
Dhugan nama hin dhabuu
Wallalumaa malee
Qamar cubuu hin qabuu

faarsaa jennan farsuu
Gafaa kan Arrabsuu
dhalii Afaan bulchuu
Guurii gurraa hin dhabuu

30n heeraa Uumaa Anbaa
Osoo beekee namuu
Sanif nama dhabaa
Qamar hin jibbamuu

Kan feetee jaaladhuu
Kan feetee na jibbii
Kan qamariif dhuftuu
Boruus Anaf dhuftii

Oromoon oromoo
Gorfachuun deebiftii
Akkii Amma immoo
Dudhaa keenyaa mitti

An jaalalaa hin beekuuKoo na baarssifadhuuUtuubaa baadhulleeDagalee si hin dhabuu🀏🀏🀏🀏🀏🀏🀏Gad-Antummaa kiyyaanwaanin beeku...
13/12/2022

An jaalalaa hin beekuu
Koo na baarssifadhuu
Utuubaa baadhullee
Dagalee si hin dhabuu
🀏🀏🀏🀏🀏🀏🀏
Gad-Antummaa kiyyaan
waanin beekun qabaa
Enyumman Koo kanaa
jaaladhuu sif taanan
πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™
garuu sobaa hin beekuu
bifaa Koo Arbeessuu
yoo sin tanee hin ta'uu
An sin dirqisisuu
✌️✌️✌️✌️✌️✌️✌️
Siras hin guddisuu
Siras hin xiqessuu
hamma humna kiyyaa
Garuu sif hin dhabuu
🫴🫴🫴🫴🫴🫴🫴
Feetuu na jaaladhuu
Yoo feetee na jibbii
Akkan si jaaladhuu
san qoofaa naf beekii
🫡🫡🫡🫡🫡🫡🫡
jaalaltii sif maalii
Maalif jaalatamtaa
Kana beeynan Atii
murteen Kee na qubsaa
🀝🀝🀝🀝🀝🀝🀝
Ammaf Kennaa hin qabuu
Mataa koon sif kennaa
Sif gitaa nan qabuu
Ana caalaa kennan
🫑🫑🫑🫑🫑🫑🫑
Mee dhugaa dubbachuuf
Keessafuu baranaa
Enyuutuu dabarsee
mataa ifi kennaa
😯😯😯😯😯😯😯
Dubiin hafee hin juruu
hafullee si biraa
Murteen tee lachanuu
Anaf deebii qabaa
πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™
Hadaraa hadaraa
Waanin sit dhaammadhuu
Jaalaltii gutuudha
Hirruun hin kennamuu
πŸ«‚πŸ’πŸ’πŸ’πŸ’πŸ’πŸ’

04/12/2022

Garaa ifituu wallaalaaf heexoo itti dhugani
Harkaan dhaabanii barbareen nama gubdi
Kan garaa malee Kan maqaa yoom na dhibbe jedhe waraabessi
Abbaanuu hin gallee fardaaf booyani
Bara bofti nama nyaate lootuun nama kajeelti
Hantuutni haadha jalatti gumbii uraa barti

Boruuf Jecha nama:::::::::::::-------:::::::::::::nama ta'uu kiyyaaittin gaabee dhugaaGaruu maalin godhaTa'us carraa kiy...
01/12/2022

Boruuf Jecha nama
:::::::::::::-------:::::::::::::
nama ta'uu kiyyaa
ittin gaabee dhugaa
Garuu maalin godha
Ta'us carraa kiyyaa

Sheyxaaninuu nama
Nama akka kiyya
Kan keessaaf gubbanis
Rabbin dibee Ajjaa

Waay ilmaa nama tahuu
Uumaa Abaaramaa
Biqiltuu osoon tahee
Of hin jibbuu dhugaa

Nama garii laaltee
Namuummaa jibitaa
Nama garii laltee
Namuummaa jaalattaa

An nama tahuudhaf
Gammachuu hin qabuu
Garuu efaan tahee
Hammenyaa hin hojadhuu

nama jechuun Jecha
Jecha jechuun nama
kanaaf Adunyaanuu
Jechan waalii gala

Garuu jechii nama
ilmaa nama caalaa
Abaree balleessaa
Ebisee magarsaa

Garuu jechii nama
Diinaa sif firoomsaa
Firaa sif dinoomsaa
Guddadha humnii saa

Dhaanufii Ajjeessuun
Anaaf jechaa gadii
Jechii Afaan naman
Darbatamuu qoftii

Yaaboo lubbuu caalaa
Jecha keessan tiksaa
Jechii guyyaa tokkoo
Umrii sii balleessaa

Dhibamaan ni fayyaa
Fayyaan ni dhibamaa
qabaatan ni dhabaa
Dhabaan ni qabaata

Buruu enyuut bekaa
Jiruuf du'at jiraa
Bada wallalaa malee
Arri boruuf tolaa

efaa nama taatee
Laafa gubbaa dhuftee
Mee kalee yaadadhuu
Waantaa ta'ee dabree

ililchaa dhalatuu
Jibbaa gaafa jiruu
iyyaa gaafa du'uu
Kana hikaan jiruu

rabbii taatee maalee
innii qoodaa hiruu
Silaa ilmii nama
takka Wal hin olchuu

Maalif nama tanee
nama tahuuf gaabii
namumman yoo taate
wantaa dhunfaa offii

Ardiin qulaadhumaa
Bocaa zeroo qabdii
dhalachuun gaaridha
Sun fedhaa rabbitii

Garaan dhala nama
Dhagaraa jabaataa
Nama akkasa Awallee
galee hamaa yaadaa

maalif kan dhalanuu
Maalif kan jiraanuu
Maalif kan duunuu
enyuu hin wallaluu

Artist tahuun yoo namaaf latamtee dursaa nama kanafin kennaa πŸ™πŸ‘‘
29/11/2022

Artist tahuun yoo nama
af latamtee dursaa nama kanafin kennaa πŸ™πŸ‘‘

Address

Adama

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when FM Farhan Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to FM Farhan Media:

Share