KBS Kush Broadcasting Service

KBS Kush Broadcasting Service Odeeffannoo barbaachisoo fi madda dhugaa irraa kan arganne ummataaf dhiheessuu

14/12/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Dirribba Shallama, عوض ءمىن موسا

 ?Kitaabichi maal jedha?Ogummaawwan gurguddoo jireenyi si gaafattu keessaa inni tokko namoota sirrii ofitti marsuudha. N...
26/11/2025

?
Kitaabichi maal jedha?
Ogummaawwan gurguddoo jireenyi si gaafattu keessaa inni tokko namoota sirrii ofitti marsuudha. Namoota gatii mul'ata kee haala ati keessa jirtuun hin madaalle, namoota egeree keetti amanan, namoota galma gahumsa keef waan danda'an hundaan si deggeran, namoota si jabeessan si barbaachisa. Namoota akkanaa hedduu naannoo keetii argachuu dhiisuu dandeessa. Muraasuma yoo argatte garuu baay'ee si fayyadu. Namoota mul'ata kee hin deggere kumootaan marfamuu irra namoota si waliin dhaabatan namoota shan of duubaa qabaannaan ati carra-qabeessa.
Namoonni ati guyyaa guyyaatti yeroo waliin dabarsitu jireenya kee irratti dhiibbaa guddaa uumu. Hammuma yeroo wajjin dabarsaa deemtu yaadota isaaniin mo'amaa deemta. Deemsa keessa gara yaada isaaniitti qajeelta. "Hiriyyoota kee natti himi, eenyu akka taaten sitti himaa!" kan jedhamu kanaaf. Hiriyyoonni kee kallattii jireenya kee bocuu irratti ga'ee guddaa taphatu.
Jireenya keetti marsanii kan jiran namoota mul'ata hin qabne yoo ta'an, atis gara mul'ata-dhabdummaatti deemta. Namoota mul'ataa fi kaayyoo qabaniin yoo marfamte immoo atis gara mul'ata keetti imala taasistuuf galtee guddaa isaan irraa argatta. Kanaafuu, namoota guyyaa guyyaatti yeroo waliin dabarsitu filachuu irratti of eeggannoo guddaa taasisuutu si irraa eegama!
Kitaabicha irraa kan fudhatame!

Mana_Kitaabaa_Shawaatti_argattu!
Ebisa Bayissa
Maaddii Media

Bew Salary
02/10/2025

Bew Salary

04/05/2025
Safuu !!!Maqaan Hayyoota  Safuu hinbeekneEdaa isin dalagaatti jirtu?Dakagadhaa!
02/09/2022

Safuu !!!Maqaan Hayyoota
Safuu hinbeekne
Edaa isin dalagaatti jirtu?
Dakagadhaa!

Ilmaan Farshootti murteessuun ni ulfaata. Sababni isaas Akaakilee fi Abbootiin  isaanii farsoo dhuganii osuma deemmatanu...
31/07/2022

Ilmaan Farshootti murteessuun ni ulfaata. Sababni isaas Akaakilee fi Abbootiin isaanii farsoo dhuganii osuma deemmatanuu isaan horatan , kanaaf farsoo dhugnaan deemmachuun safuu miti. Mee nama haala sanaan dhalateef akkamitti ala deemmachuun safuu ta'a? . Dhuguma isaati!!!

The third round of the Grand Renaissance Dam isnearing completion The third round of the wintermonth, when the rainy sea...
30/06/2022

The third round of the Grand Renaissance Dam is
nearing completion The third round of the winter
month, when the rainy season increases The "great
renaissance" is nearing completion. Sudan and
Egypt, embroiled in internal political crisis They
started protesting before one of the floodwaters You
have been. Contacts, especially during the colonial
period in Egypt Referring to her dominance over the
use of water She is seen trying to protect herself.
Then there are internal problems Ethiopia is under
pressure to use the water She has been resting.
"The world has changed," they say Former Assistant
Minister of State for African Affairs Tibor N***s talk
about the Nile. The condition of the dam in a
special way Tibor said: “A drop of water A country
that does not contribute to the Nile One hundred
percent right to decide what to use You can't ask,
”he wrote on his official Twitter account. Egypt,
which does not have a single drop of water They
point out that it is. The Nile River, Ethiopia's
alternative to poverty That she has the right to use it
to generate power and that no one On several
occasions she stated that she could not be
restrained She has been. "The real Sudanese
national interest is nothing If he gives priority to:
Ethiopia and Sudan rather than conflict Lots of
things to share and worry about "One of them is the
Great Renaissance Dam." Wrote by Ambassador
Redwan Hussein. What do you say?

Address

Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when KBS Kush Broadcasting Service posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share