vtv

vtv Private owned media.

https://youtu.be/rycZFjWRqZ4Dhandhama Gurraa 13:Amaloota addaa Albert Anistaayin.Hojiin kun yoo isinitti tole  ,  ,   go...
14/03/2023

https://youtu.be/rycZFjWRqZ4
Dhandhama Gurraa 13:
Amaloota addaa Albert Anistaayin.
Hojiin kun yoo isinitti tole , , gochuu hin dagatiinaa.

Keessummaa vtv: Weellisaafii Qabsaa'aa Suutee Bareentoo waliin turtii bareedaa dhimma VCD haarawaa eebbifamuuf jedhuufii...
21/01/2023

Keessummaa vtv:
Weellisaafii Qabsaa'aa Suutee Bareentoo waliin turtii bareedaa dhimma VCD haarawaa eebbifamuuf jedhuufii haalota darban hedduu irratti turtii bareedaa taasifneerra. Seenaa daawwadhaa! Yaada qabdan nuuf barreessaa!
https://youtu.be/Y4C9XyD6y28

Keessummaa vtv. Kee'ol Naggasaa waliin turtii dhimma Walleesaa haaraarratti taasifne kana qajeelchituu gadiin seenaa nu ...
11/01/2023

Keessummaa vtv.
Kee'ol Naggasaa waliin turtii dhimma Walleesaa haaraarratti taasifne kana qajeelchituu gadiin seenaa nu hordofaa! Sagantaalee babbareedoo hedduu qabannee isin bira ni geenya!

Keessummaa vtv: Weellisaa Kee'ol Naggasaa. Wallee haaraa Jamaree jedhurratti Turtii gabaabaa taasifame. Hojiin kun yoo isinitti tole , , ...

Waaree Artii Marsaa 7ffaa! Sadaasa 11 /2015 Adaamaa Firaankoo Mooraa OAI Galma Sinimaa Oliyaaditti dhangaalee hedduun qo...
18/11/2022

Waaree Artii Marsaa 7ffaa!
Sadaasa 11 /2015 Adaamaa Firaankoo Mooraa OAI Galma Sinimaa Oliyaaditti dhangaalee hedduun qophii xumurree Saatii 9:00 irrati isin eeguutti argamna! Saatiin kun yerootti qophiin kun tokko jedhee eegaludha! Nurraan hafiinaa isiniin jedha OAI!

https://www.youtube.com/watch?v=A-BHgHoQRY8
30/09/2022

https://www.youtube.com/watch?v=A-BHgHoQRY8

Sabboontuu Ahimad: Ibidda takka takka! Galgala Walaloo Irreechaa, Finfinnee Hoteeela Internaashinaal Ililliitti. Hojiin kun yoo isinitti tole like, share, s...

Lalisaa Indiris  : Walaloo jannataa!
30/09/2022

Lalisaa Indiris : Walaloo jannataa!

Lalisaa Indiris: Walaloo Jannataa! Galgala Walaloo Irreechaarratti.Hojiin kun yoo isinitti tole like, share, subscribe gochuu hin dagatiinaa.

Walaloo Ajaa'ibaa Abboomaa Margaatiin Galgala Walaloo Irreechaarratti.
30/09/2022

Walaloo Ajaa'ibaa Abboomaa Margaatiin Galgala Walaloo Irreechaarratti.

Galgala Walaloo Irreechaa 2015/2022 Finfinnee Hoteela Internaashinaal Ililliitti Qophaa'e. Hojiin kun yoo isinitti tole like, share, subscribe gochuu hi...

Waarii Artii 6ffaa.Hagayya 22/2014.Saatii 9:00 irraa eegalee.Adaamaa Firakoo/Firaankoo Siniimaa Oliyaad Mooraa OAItti.Nu...
26/08/2022

Waarii Artii 6ffaa.
Hagayya 22/2014.
Saatii 9:00 irraa eegalee.
Adaamaa Firakoo/Firaankoo Siniimaa Oliyaad Mooraa OAItti.
Nurraan hafiinaan waamicha keenya kabajaati!
OAI.

Address

Firanko
Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when vtv posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share