MUE MAX

MUE MAX � Baga nagaan karaa toora page MAX dhuftan.
(2)

🌍 Tuurizimii | 🏛️ Seenaa | 🎭 Aadaa
Seenaa dhugaa, aadaa fi iddoolee hawwata Turiziimi biyya keenyaa qorachuun isiniif dhiyeessa 🎬
"foon Kiyya"
Imala beekumsaa waliin haa jalqabnu”👇
https://www.youtube.com/ Follow gochuun maati MAX FAMILY tahuun maxxansaale keenya kan gara gara irra fayyadamaa isiniin janna�GALATOOMA

Simboof Ayyaantummaa Oromoo Tuulamaa🤍❤️Foon kiyya
12/06/2026

Simboof Ayyaantummaa Oromoo Tuulamaa🤍❤️
Foon kiyya

12/06/2026

Imimmaan 😭 Harmee keetii argitee?

Yaa Foon kiyya - Haati keenya, hadara tokkummaa keessaniin barbaada. tokko ta'aa tokko nyaate tokko agabuu hin bulin, waan qabdan waliif qoodaa, wal wajjin jiraadhaa jechuun nu dhaamte, nu kadhatte!

Gatii isaa bareechitee waan beektuuf harmeen teenya "TOKKUMMAA" nuuf dhaamte. Namni imimmaan harmee teenyaa irraan tarkaanfate, lubbuu Oromoota kumaantamaan lakkaa'amanii kan tokkummaa Oromoof jedhee aarse tehe sana dagatee, Oromoo gandaan, gosaan, kutaan fi lagaan qoqqoodu, jireenya isaa guutuu keessatti boqonnaa fi milkaa'ina dhugaa hin argatu.

Harmeen keenya qabsooftuu fi weellistuun Ilfinesh Qannoo ammallee umrii dheeraa haa jiraattu.

Tokkummaan humna, qoqqoodamuun laafina! 🤍

12/06/2026

Dhugaan barbaada kallacha TOKKUMMAA isa ganamaa!!
Foon kiyya

Arrabni haa dubbatuu, dura iji laalee.Foon kiyya 🤍
12/06/2026

Arrabni haa dubbatuu, dura iji laalee.
Foon kiyya 🤍

11/06/2026

Bakka Abbaa Ilmi hin hanqatuu.
Urjii AfriKaanotaa🌍
Tuulama mataa biyyaa❤️

Intala bareentumaan Qe'ee Tuulamtichaatti arge🤍Foon kiyya - gurraacha Africa 🌍
11/06/2026

Intala bareentumaan Qe'ee Tuulamtichaatti arge🤍
Foon kiyya - gurraacha Africa 🌍

11/06/2026

Nuti NAGAA....

11/06/2026

Sirna Dabarsa Alangee Gadaa Tuulamaa, Gogessa Meelbaa Irraa Gara Muudanaatti.

📍ArdaaJilaa Dhakaa Koraatti.

 ...Sign of PowerSign of System Sign of Fairness Sign of Wisdom Sign of Leadership Sign of Respect Sign of GraceSign of ...
11/06/2026

...
Sign of Power
Sign of System
Sign of Fairness
Sign of Wisdom
Sign of Leadership
Sign of Respect
Sign of Grace
Sign of Judgment
Sign of Nation
Sign of Gadaa
Sign of Oromo

Gada of Oromo is not just democracy, it is Beyond Democracy !!

📍 Ardaa jilaa Dhaka Koraa

Qe’ee Tuulamaa 📍Ardaa jilaa dhaka koraa jirra.Sirni Gadaa Mallattoo Wal Qixxummaafi Nageenyaati! Gada system is a symbol...
11/06/2026

Qe’ee Tuulamaa 📍Ardaa jilaa dhaka koraa jirra.

Sirni Gadaa Mallattoo Wal Qixxummaafi Nageenyaati!
Gada system is a symbol of equality and Peace 🤍🕊

Address

Dire Dawa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when MUE MAX posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share