12/12/2025
Miira nattii dhagahamuu fi bakka isin na biraa qabdan afaanin dubbadhee himachuu dadhabuus isin hordoftoota qofa osoo hin taane MAATIIn maatii kiyya itti obseedha 🥺 gara fuul duratti waan bayyee jira kaniin isiniin gahadhu yoo RABBII nu jiraachise.
GALATOOMAA male jachaan isiniif dhabe
foon kiyya ulfaadha 🙏🤍
Kan duraani caalaa waan gaari fi bu'aa qabu akkan hojjadhuuf Hamilee naaf taatan 🙏
Namni RABBII abdatee isin qabate hin kufu insha Allah 🥰🙏