Nama Ta'i

Nama Ta'i Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Nama Ta'i, Publisher, Adama.

16/11/2020

# sim card # network
በመጀመሪያ አንድ ስልክ # ኔትወርኩ_ሲጠፋ የ Sim Card ችግር ወይም የ ኔትወርክ ችግር መሆኑን መለየት ያስፈልጋል
እንድ ስልክ የኔትወርክ ችግር ነው ማለት የምንችለው ከታች ያሉትን ምልክት ሲያመጣ ነው
No Service
Emergency Call
Regisretion Failed
Invalid Sim ...
እነዚ በ 3 አይነት ችግር ሊበላሹ ይችላሉ
በ IMEI NO ችግር
Antrna (Hardware Problem)
Network IC ችግር (Hardware Problem)
አብዛኛውን ጊዜ ግን 90% የ IMEI NO ችግር ሰለሆነ IMEI NO መቀየር ነው።
IMEI NO በተን ስልክ ላይ እና ተች ስልክ ላይ አቀያየሩ ስለሚለያይ ዛሬ # እንዴት_በተን_ስልክ_ላይ
_እንደምንቀይር_እናያለን
በተን ስልኮች ላይ ምንቀይረው በ Code ነው በተን ስልኮች ላይ IMEI NO. መቀየሪያ ኮዶች
* #0160 # ብዛት Techno ስልኮች ላይ እንቀይርበታለን
* #0161 #
* #0162 #
* #0066 # ብዛት Isim ስልክ ላይ እንቀይርበታለን
* #0011 # ብዛት Smadel ስልክ ላይ እንቀይርበታለን
* #346 #
* #020* #
* #0120 #
* #1120 #
* #* #601* #* #
* #8378 #1 # ሁሉም በተን ስልክ ላይ ይሰራል
መጀመሪያ የስልካቹን IMEI NO. ለማየት * #06 # ስትነኩት 15 ዲጂት ያለው ቁጥር ያመጣላችዋል ልክ እንዲ 354688225789335 ካመጣላቹ በዋላ እሱን አጥፍታቹ አዲስ IMEI NO. ታስገቡበታላቹ ካዛ ስልኩን አጥፍታቹ ታበሩታላቹ ካዛ Networku ይመለሳል።
Sim Card Hardware Problem
Insert Sim Card # sim_card_እያለው
No Sim Card Present # sim_card_እያለው
No Sim Card Interted # sim_card_እያለው
Sim Card Regitortion Faild # sim_card_እያለው
እነዚ ችገሮች የ Sim Card ማስገቢያው መደብ ችግር ስለሆኑ ወደ ሞባይል ጥገና ቤት ይዞ ሄዶ ማሰራት ነው::
ምንጭ:- Computer and Mobile Maintenance

14/11/2020

...💔
Onneen koo siif kulkulee
Ta'e kalee kootti dhiigaa
Ergan miidhamee bubbule
Dirreerran oliif gadi fiigaa

Onnee koo dhuunfattee
Sararaan ala na baaste
Jaalala dhoksaadhan
Laphee koo seente
~
Na dura deddeebitee
Garaa koo na raaste
Halkan abjuudhan
Hirribarraa na kaaste

Erga dhugaan na jaalattee
Mee naaf gali waadaa
Onneen koo siif banamtee
Anarraas iddoo qabdaa
Teessoon siif qophoofte
Kan namarraa addaa

Maaf siin galle waansaa?
Jaalalli kee natti cimee
Hedduun isaa waraansa
Silaa cimsee sitti himee
Bar jaalala maqaansaa
Keessi koo na dhumee

Naaf laadhu furmaata
Ani si obsuu dadhabe
Onneen koo ni boqota
Gaafa si argatee qabee

Jaalalli keessa onnee
Seenee gad hin ba'u
Salphaatti yoo ganne
Cubbuu nutti haa ta'u

Koottu waliif gallaa!
Adaraa waaqa uumaa
Haqaan waliin bullaa
Jaalala isa dhumaa

Na keessaa mi'oofta
Guyyaas tahee halkanii
Hunduma naaf caalta
Sin dhuga akka aannanii

Dammee koo siin jedhee
Siif moggaasuu maqaa
Laphee kootu si fedhee
Jaalallin siif qabu haqaa

Ergan siin booji'amee
Bubbuleera xiqqoo ture
Jaalala keen fo'atamee
Si argannaan natti fure

14/11/2020

?
Maqaan Ganamaa Kutaalee Magaalaa Finfinnee fi Oromiyaa Biroo 130
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰

1. FINFINNEE - Addis Ababa
2. AGAMSA - Markaatoo
3. BADDAA EJERSAA - Ras Kaasaa Sefer
4. BAAROO KORMAA - Xuqur Anbassaa
5. BIRBIRSA GOOROO - Piassa
6.Caffee Araaraa -sidist kiiloo
7. CAFFEE aannanii - Meksiikoo
8. CALCALLI - Saar-bet
9. DAALATTII - 4-kiiloo
10. DILDILA ADURREE - Inxooxxoo
11. GARBII - Senga-taraa
12. GOLBOO - Ceerqoos
13. GULALLEE BADHAASOO - Qeeraa
14. HURUFA BOOMBII - Jaan-Meedaa
15. QARSAA - Kaasaanchis
16. ADOOLAA - Kibre-Mengist
17. BULEE HORAA - Hagere Maariyaam
18. EJEREE - Addisaalem
19. ROOBAA - Nifaas Silk
20. ADAAMAA - Naaziret
21. CIROO - Asebe Teferi
22.BISHOOFTUU - Debre zeeyit
23.BOTEE-Maqii
24.BAATUU-Ziwaay
25.Amboo-Hagerehiwoot
26.Sabbataa-Alamganaa
27.Hoolotaa-Gannat
28.Walisoo-Gihoon
29.Tulluu eegduu-Menagesha
30.Haroo sabbuu-Alem teferi
31.Roobee-Goobbaa
32.Lammii-Lamii
33.Birbirsa-Georgis Church
34.Dhekkaa-Yeka
35.Dhooqa booraa-22 mazoria
36.Doobbii-Qacanee
37.Laga harree-Laga haar
39.Dabbassoo-mashalookiyaa
40.Haroomaayyaa-Alemaya
41.Bakkanniisaa-Mekanisa
42.Bookee-Bethel
43.Qarree Gowwaa-Gohatsion
44.Haxaaii-Axaayyee
45.Abbaa Guuguu-Aarbaa guuguu
46.Dirree Dhoaa-Dire dawa
47.Karaa Maraa-Kaarra Maarraa
48.Saa Gurree-Saaguree
49.Naqaadallaa-Maqdela
50.Melka jaldu-Melka Jebdu
51.Naqqamtee-Lekemte
52.Karaa Qoree-Karaa Qorree
53.Illuu Abbaa Booraa-illuubaaboor
54.Oboraa-Waabaraa
55.Dhedheertuu-Dertu
56.Yaaa baloo-Yabello
57.Qolan Koomii-Welenkomi
58.Hara Dambal-Zway
59.Cuqqaalaa-Ziqualla
60.Mataaharaa-Metehara
61.Arsii-Aruusii
62.Bishaan Diimaa-Bisdiimoo
64.Qoqaa-Koqa
65.Mandayyoo-Fasil Awuraja
66.Bishaan Dhinsaa-Yilman Dinsa
67.Haqaaqi-Akaki
68.Irreensaa-Gudeellaa
69.Shaamboo-Shaambuu
70.Ilaalibalaa-Lalibela
71.Fincaaaa-Finca
72.Abboomsaa-Tinsae birihan
73.Hora-Filwuha
74.Hawaas-Awash
75.Qaalluu-Kality
76.Laga Qamalee-H/Giorgis Dildiy
77.Wal-arga-Wellega
78.Tulluu Daalattii-Tiliku Betemengist
79.Addababaii-Adebabay
80.Qilee-Asko
81.Suluula Garbii- T/Haimanot 82.Awwaaroo-Aware
83.Adaamii-Rufael
84.Sheik Hojole/Didiimtuu-Shegole
85.Waddeessa-Chercher Godana
86.Tulluu Ejersaa-Hanna Mariam
87.Lumee-St.Joseph
88.Labuu-Siga meda/Tatek
89.Laaftoo Tumtuu-Buna Board
90.Tulluu Dheertuu-Gofa Betemengist
91.Tulluu Heexoo-Buufata Poolisii Jahaffaa
92.Laalii-Intoto Mariam
93.Burqaa Ejersaa-Faransay Imbassy
94.Caffee Muudaa-Lideta
95.Dhakaa Araaraa-sherathon & Hilton area
96.Dolloo Buddeenaa-Gotera,Wello sefer &
97.Dhummuugaa-Ginfille
98.Fiichee-Xalian mishig
99.Golbaa-Addis ketema
100.Hadaa-Tele,Garaj,Cerkos Betekiristan
101.Harawa-kaca Fabirika
102.Harbuu-Gurd Shola
103.Harbuu Irreessaa-Ras
Hailu Sefer
104.Hulluuqa Kormaa-Istifanos
105.Jaajaa-Bihere Tsige
106.karaa Qorxii-Belay zeleke Qilxu straight
107.Burqaa Qorichaa-Yeka Michael,Around
Kebena river
108.Hurufa Raaree-Around Bus Station
109.Keelloo Masqalaa-Around 4-Kilo Campus
& Betekiristan area
110.Riqicha Alloo-Engliz & Russia Embassy
111.Caancoo/Arsii-Debre Selam
112.Bulikaa-Bulga
113.Collee-Debre Sina
114.Dheedheeraa-Dadar
114.Erar-Yarar
115.Gaara sibiiluu-Minilik Gibbii
116.Hankoober-Ankober
117.Goodaa Boombii-Tatek Defer
118.Bubbee-Yirga Dejen
119.Ganda Aliyyuu-Gandaliyyuu
120.Haadha Adii-Adaadii
121.Walda`a-Woldiya
122.Madaaroo-Ayertena
123.Kuukkuu-Hagere Marian
124.Jajjuu-Yejjuu
124.Tulluu Diimtuu-Bahita Gebriel
125.Tulluu Maraa- Tulluu Amaaraa
126.Wacaalii-Wucaalee
127.Waabee Shabal-Waabee Shebele
128.Malkaa Abbooshee-Baambiis
129.Mandooyyee-Baalee-Faasiil
130.Xarroo-Atana Tera

Finfinnee lafaa lafeen keenya irraatti cabee hanga amma irraatti cabaa jiru. Telegraama irratti karaa kanaan seenaa heddu argachu dandeessu https://t.me/joinchat/AAAAAFKweY6OPs1deKuKlg

08/11/2020

Address

Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Nama Ta'i posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category