Ãbbás Ibrãhĩm

Ãbbás Ibrãhĩm You know who I am!!

05/10/2025
04/10/2025
04/10/2025
Welcome
04/10/2025

Welcome

02/10/2025
01/10/2025
👏👏
01/10/2025

👏👏

30/09/2025

Kaawonsilii Dargaggootaa Muslimaa Itiyoophiyaa jalatti Kan Hojjetu, Kaawunsilii Dargagaggoota Muslimaa Oromiyaa Damee Magaalaa Adaamaa Kilaastara Giddu galeessaa Guyyaa Fulbaana 24/2018tti kan saaqamu ta'a!

◄Guyyaa - 24/01/2018
◄Iddoo - Magaalaa Adaamaa Naannawa Humna Ibsaa Galma Gamoo Mincii Darbii 4ffaa
◄Sa'aatii - Ganama 2:30 - 6:30

Keessummoonni adda addaa saganticha irratti ni hirmaatu akkasumas Godinootaa fi Magaalaa Kilaastara G/g bakka bu'uun dargaggoonni irratti ni hirmaatu.

Kaawunsiliin dalagaatti jira!

Shuayib Shemsu Mr President 👏
27/09/2025

Shuayib Shemsu Mr President 👏

Oromia Muslim Youth Council / Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa
26/09/2025

Oromia Muslim Youth Council / Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa

👏👏 Oromia Muslim Youth Council / Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa
25/09/2025

👏👏 Oromia Muslim Youth Council / Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa

Kaawunsilii Dargagaggoota Muslimaa Oromiyaa

◄Magaalaa Naqamtee!!

Oduu gammachiisaa!

Kaawunsiliin Dargagaggoota Muslimaa Oromiyaa yeroo dhihoo kan hundeeffame yoo ta'u damee isaa kan jalqabaa Kilaastara Wallaggaa Magaalaa Naqamteetti gaafa guyyaa 17/01/2018tti banuuf qophii xumureera!

Hundi keenya saganticha kana irratti waliin akka hirmaannu waamicha kabajaa isiniif dabarsina!

◄Iddoo - Magaalaa Naqamtee Ganda 04 Waajjira Kaawunsilii Dargagaggoota Muslimaa Oromiyaa Damee Naqamtee

◄Sa'aatii - Ganama Sa'aa 2:30 irraa eegalee

◄Guyyaa - 17/01/2018tti

Kaawunsilii Dargagaggoota Muslimaa Oromiyaa

https://t.me/OMYC1

Address

Adama

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ãbbás Ibrãhĩm posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Ãbbás Ibrãhĩm:

Share

Category