Aliyi Ahmad

Aliyi Ahmad Muldhata qabana, isa dhaloota dhaalçhifnu!

26/04/2026
06/12/2024

Ilmi namaa, eenyus tahu HIR’UUdha. Akkasittuu garuu, hamma dandahameen HIR’INA keenya dhiphisaa deemuun hedduu barbaachisaadha.

Eenyummaan kee haala hedduun ibsama. Eenyummaa kee isa haqaa Rabbii qofatu sirriitti beeka. Ati, eenyummaa kee hamaa gabayaa hin baasin!

05/12/2024


=======================
➡️1.Yeroo baay'ee dandeettii hubannaa cimaa qabu(Hubatoodha)!
➡️2.Iccitii fi wal amantaa eeguu irratti ga'umsa olaanaa qabu!
➡️3.Hiriyyoota dhiyoo muraasa waliin walitti dhufeenya gadi fagoo qabu, ni dinqisiifatu akkasumas hiriyyootaaf iddoo guddaa kennu!
➡️4.Yeroo baay'ee hariiroo isaanii keessatti baay'ina caalaa qulqullinaaf dursa kennu!
✓5.Caalaatti namaaf yaaduu fi dandeettii miira namoota salphaatti hubachuu qabu!
✓6.Dandeettii rakkoo furuu fi yaada furmaata cimaa dhiyeessuu qabu!
✓7.Yeroo baay'ee dhaggeeffattoota!Yaada haaraa fi gorsaaf ta'u kennuu danda'u!
✓8.Naannoo tasgabbaa'aa Fi Sammuu isaani boqachiisu filatu!

31/08/2024

Kan Tuffatantu Nama Caala
Kan Jibbantu Nama Dhaala
Jedhu Abboonni keenya !!

Address

Adama

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Aliyi Ahmad posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share