
07/10/2023
Ormaaf suuradha;Oromoof seenaadha! Taatee kana har’atti jechi ibsu hinjiru ta’a; seenaan garuu waan jedhu qaba, dhaloonni garuu waan jedhuu fi godhu qaba.
Gatiin kun eenyuf akka kaffalame sabichi hanga dhumaatti beeka. “Haqa kootirraa halkan kamuu na hinhambisu!” jedha Oromoon! Halkan Irreecha Finfinnee
Onkoloolessa 07,2023! Yaa dhaloota!🫡
CREDIT:GREAT OROMIA