Rahaa show

Rahaa show Walif
(2)

14/09/2025
Itoophiyaaf Ifatu Ba'e!= = = = =Biyya keenyaaf ifa guddaa injifannoo Adwa 2ffaatu ba'e. Hidhi haaromsaa miiira ciminaa k...
14/09/2025

Itoophiyaaf Ifatu Ba'e!
= = = = =
Biyya keenyaaf ifa guddaa injifannoo Adwa 2ffaatu ba'e. Hidhi haaromsaa miiira ciminaa kaleessa ture kan mirkaneesse ogummaa har'a qabnu kan mul'iseefi ifa boruu kan agarsiisedha. Kana malees copha dhiigaa, himimmaanii, dafqaa, kadhannaa, qabeenya, humna, qabeenyaafi aarsaa uummata keenyaan kan ijaarame danda'uu keenya kan mirkaneesse ashaaraa injifannoo dhaloota har'aafi galaa dhaloota egeree ta'ee dhaabateera.

Abiy Ahmed Ali ❤❤❤

Itoophiyaan Ni Dandeessii🇪🇹✨***Hidhaan Haaromsaa Guddichi Xummuraamuu  isaatiin, uummanni magaalaa Finfinnee gammachuu f...
14/09/2025

Itoophiyaan Ni Dandeessii🇪🇹✨
***
Hidhaan Haaromsaa Guddichi Xummuraamuu isaatiin, uummanni magaalaa Finfinnee gammachuu fi deeggarsa isaa ibsachuuf, Bakka seenaa qabeessaa Addababayii Masqaala irratti uummanni keenya sagalee tokkoon, “Itoophiyaan Ni Dandeessii!” jechuun Dhaddaannoo gammachuu fi tokkummaa isaa dhageessisaa jira.

Hidhii Haroomsa Guddichi (GERD ) mallattoo injifannoo fi tokkummaa uummata Itoophiyaa ti. Injifannoon Hidhaa Haaromsaa injifannoo Finfinnee qofaa osoo hin taane injifannoo saba keenya maraati.

08/09/2025

Bagaa gamadan

Subahanallah
07/09/2025

Subahanallah

Qaammee 1/13/2017ilaalii oromoo Goobeefi shinooyyee Qeerroofi Qarraa Magaalaa shaggar Aadaa fi duudhaa oromtichaa Agarsi...
06/09/2025

Qaammee 1/13/2017
ilaalii oromoo
Goobeefi shinooyyee Qeerroofi Qarraa Magaalaa shaggar
Aadaa fi duudhaa oromtichaa Agarsiifama jira.

26/08/2025

Address

Addis Ababa

Telephone

+251946441634

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Rahaa show posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Rahaa show:

Share