Adama daily

Adama daily adama daily news

05/01/2022

Oolma addeessa adaamatti guyyaa har'aYe zarewa chereka be adama mdr
18/05/2021

Oolma addeessa adaamatti guyyaa har'a
Ye zarewa chereka be adama mdr

23/10/2020

Oduu gaddaa...
Guyyaa har'a humnii mootummaa gabroomfataa Dr abiy dargaggoota magaalaa naqamtee shan irrattii humnaa abbaa torbeeti jechuudhaan lubbuu isaanii galaafate jira.
በዛሬው እለት በ ነቀምት ከተማ በ ዓብይ ወታደሮች የ አባ ቶርቤ አባል ናችሁ በማለት የ 5 ምስክን ወጣቶች ነፍስ ተቀስፏል።

02/10/2020

Addessii fi urjiin walii galanii
Hurriidhaf duumessaa michoomfatani
Biftuu baha dhorkuuf dhaadatani
Biftuun yerooshe baha hin oltuu
Isaniis guyyaa hin mullatanii.........jedhee as bahee leencichii salaalee

01/10/2020

oromoon qabsoo waggoota hedduu ka iitti addeemsise fi qabsaa'onni hedduun ka itti wareegaman

15/09/2020

የነዉጡ ባለቤት የሆነው ዶክተር ዓብይ አህመድ 650 ፓትሮል መኪኖች ለኦሮሚያ ፖሊስ ኮሚሽን አበረከቱ። እሄ ሁሉ የኦሮሞን ህዝብ ለማስጨረስ ነው ?

09/09/2020

Manneen seeran alaa(manneen addessaa) turee kaa biyyaa tana guutee. ammaa immoo fillannoon addessaa dhufee jalqabamee jedhuu doftor abiyi ahimed.

የጨረቃ ቤት ነበር እቺን ሀገር የሞላው ። አሁን ደግሞ የጨረቃ ቤት የሚባል ምርጫ መቷል አሉ ዶፍቶር ዓብይ አህመድ

05/09/2020

Tigiraayi fi bilxiginna...
TPLF gara qabsootti gaafa galuu kaayyoo tokkof manaa bahe. Innis mootummaa ripabilika Tigrayi uumuu ture. Kana gochuuf garuu jalqabaa dinagdee biyyattii guddisuu ture. Kayyoo mana baheef galmaan gahuuf jechaa dha ABO biyyaa baasuun OPDO waliin kan hidhata cimaa uume. Yeroo ammaa tana Tigraayi dinagdeen guddatte mootummaa mataa isheen bultuu dhaabanii jiru. Mootummaan federaalaa illee humna ittiin loolu yoo qabatee iyyuu sodaa yeroo waraannii garaa Maqaleetti ergamee jaal marroon giduu gala biyyattii to’achuu danda'a jedhu wanta qabuuf lolaa banuu hin fedhuu.

Address

Adaamaa
Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Adama daily posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share