King Rago

King Rago Music and Documentary video production and Event Organizer

🚨 THE WAIT IS OVER! 🚨Galakifame Jira  Bekema       # The journey to Million Views
12/06/2026

🚨 THE WAIT IS OVER! 🚨
Galakifame Jira
Bekema



# The journey to Million Views

...

10/06/2026


Girmaa Tashoomaa Gaachanoo Kee

10/06/2026


Girmaa Tashoomaa Harar Hararge Talaantala

10/06/2026

09/06/2026

Jirra jirtuu Jaalattoonni Aartii biyya keessaaf ala jirtan marti keessan ? Wallee hedduu miidhagaa Video standard isaa eeggateen ammas walitti deebinee jirra. Motessa Studio Wellisa Qaxalee Gutamaa Dheeressaa Waliin ta'uun gara keessan Dhufee jira. Wallen kun Miidhagee akka isin bira gahuuf Ogeessonni Jajjaboon hirmaataniiru nutis gama keenyaa Jaalattota aartii biraan dhaqqabsiisuuf qophii keenya xumurree jirra. obsaan nu eegaa.

Director
Production
Presented by Motessa Studio
Graphics - HD

Part 1Eenyuudha..?Aartiin ayyaana. Ayyaanni Aartii nama hundaaf hin laatamu. Madaalliin Ayyaana Aartii qabaachu kan beek...
08/06/2026

Part 1
Eenyuudha..?

Aartiin ayyaana. Ayyaanni Aartii nama hundaaf hin laatamu. Madaalliin Ayyaana Aartii qabaachu kan beekamu, kalaqaa fi dandeetti gosa Aartii, ati ittin dhalatteedhani. Kun qofti garuu, gahaa miti. Fedhii fi cichoominna ati qabdu irratti hundaa'un, muudama argachuu qabda. Gaafa muudama Aartii argattu, adda/kallacha horatta. Amma gaaffii Eenyuudha..? jedhu deebisuuf, waan ka'uumsaaf ta'u ni argattu jedhen yaada.
Namni kun, nama ayyaantummaa Aartii dhugaa, qabuudha. Nama ayyaanni Aartii kalaqa inni dhalootaan qabu, laaltee, madaaltee, isa muudde dha. Dandeetiin, kennaa walaloo barreessu fi Yeedaloo kalaquu irratti inni qabu adda. keessattu, Walaloo hiika lakkuu (ciigoo) qabu barreessun hedduu beekama. Eenyuudha?

08/06/2026

Address

Adama
00000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when King Rago posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to King Rago:

Share