Hud-hud Media

Hud-hud Media Dhaloonni Barnootan Qarame jijjiirama fida

26/12/2024
26/06/2024

Ganda milkii Oolaa

Lammii keenya💯Itoophiyaa keessa Ummanni Akkanatti uumaa Rabbiin Bareechee isaan uume ofjijjiiranii ofkukkutanii fokkinni...
26/06/2024

Lammii keenya💯
Itoophiyaa keessa Ummanni Akkanatti uumaa Rabbiin Bareechee isaan uume ofjijjiiranii ofkukkutanii fokkinni bareedina itti fakkaatee Jiraatu Ummanni kuni Baayyinni isaanii Guddaadha😥
Mee Ummata kana Akkamitti Ergaa Rabbii itti Geessinaa☝️
Silaa Biyya tokko walitti qabnaa✍️

08/11/2023

As wr wb

Bakka kabajaa gahaa itti hin arkanne of hin kaayin Nama sin kabjnee wajji hariiroo tee itti fufin keeysattu hoggaa direc...
29/08/2023

Bakka kabajaa gahaa itti hin arkanne of hin kaayin
Nama sin kabjnee wajji hariiroo tee itti fufin keeysattu hoggaa directly beeysisa siin godhe
Sababni :::Nama gowwaa hedduut jira kan bikka ati qabdu siif hin kanninne
Kan akkanaa kana waaji falamin
Yaroo garii nama waahee kee irraa bikka dhaabbatu hin beeyne agarta
Bikka akkanaatti ofitti callisuun sirrii hin tahu

Islaamummaan Amantaa Nabiyyoota hundaatiMaqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata godhaa ta'eetinIslaamummaan Amanta...
08/08/2023

Islaamummaan Amantaa Nabiyyoota hundaati

Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata godhaa ta'eetin

Islaamummaan Amantaa Luux (As) ittiin dhufe

Az-Zaariyaat 51:31

قَالَ فَمَا خَطْبُكُمْ أَيُّهَا ٱلْمُرْسَلُونَ

(Ibraahiim) ni jedhe: “Yaa ergamootaa! Dhimmi keessan maali?”

Az-Zaariyaat 51:32

قَالُوٓا۟ إِنَّآ أُرْسِلْنَآ إِلَىٰ قَوْمٍ مُّجْرِمِينَ

[Isaan] ni jedhan: “Nuti gara ummata yakkamtootaa ergamne.

Az-Zaariyaat 51:33

لِنُرْسِلَ عَلَيْهِمْ حِجَارَةً مِّن طِينٍ

Dhagaa dhoqqee gubataa irraa ta’e isaan irratti erguuf (dhufne).”

Az-Zaariyaat 51:34

مُّسَوَّمَةً عِندَ رَبِّكَ لِلْمُسْرِفِينَ

Rabbii kee biratti daanga dabartootaaf kan mallateeffamte haala taateen.

Az-Zaariyaat 51:35

فَأَخْرَجْنَا مَن كَانَ فِيهَا مِنَ ٱلْمُؤْمِنِينَ

Mu’uminoota irraa namoota ishee keessa jiran ni baafne.

Az-Zaariyaat 51:36

فَمَا وَجَدْنَا فِيهَا غَيْرَ بَيْتٍ مِّنَ ٱلْمُسْلِمِينَ

Mana Muslimtootaa irraa kan ta’e malee ishee keessatti homaa hin argine.

Islaamummaan Amantaa Yuusuf ittiin dhufe

Yuusuf 12:101

رَبِّ قَدْ ءَاتَيْتَنِى مِنَ ٱلْمُلْكِ وَعَلَّمْتَنِى مِن تَأْوِيلِ ٱلْأَحَادِيثِۚ فَاطِرَ ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَٱلْأَرْضِ أَنتَ وَلِىِّۦ فِى ٱلدُّنْيَا وَٱلْءَاخِرَةِۖ تَوَفَّنِى مُسْلِمًا وَأَلْحِقْنِى بِٱلصَّٰلِحِينَ

Gooftaa kiyya! dhugumatti mootummaa irraa naaf kennitee jirta Hiika manaamotaa irraas na barsiiftee jirta(Yaa) Uumaa samiifi dachii! Ati Duuniyaafi Aakhiraattis gargaaraa kiyya Muslima taasisii na ajjeesii Warra gaggaarittis na dhaqqabsiisi.”

Islaamummaan Amantaa Muusaan (As) itti dhufe

Yuunus 10:84

وَقَالَ مُوسَىٰ يَٰقَوْمِ إِن كُنتُمْ ءَامَنتُم بِٱللَّهِ فَعَلَيْهِ تَوَكَّلُوٓا۟ إِن كُنتُم مُّسْلِمِينَ

Muusaanis ni jedhe: “Yaa ummata kiyya! Yoo kan Rabbitti amantan taatan, Isuma irratti hirkadhaa; yoo Muslimoota taatan.”

Yuunus 10:90

وَجَٰوَزْنَا بِبَنِىٓ إِسْرَٰٓءِيلَ ٱلْبَحْرَ فَأَتْبَعَهُمْ فِرْعَوْنُ وَجُنُودُهُۥ بَغْيًا وَعَدْوًاۖ حَتَّىٰٓ إِذَآ أَدْرَكَهُ ٱلْغَرَقُ قَالَ ءَامَنتُ أَنَّهُۥ لَآ إِلَٰهَ إِلَّا ٱلَّذِىٓ ءَامَنَتْ بِهِۦ بَنُوٓا۟ إِسْرَٰٓءِيلَ وَأَنَا۠ مِنَ ٱلْمُسْلِمِينَ

Ilmaan Israa’iil galaana ceesifneeti, Fir’awniifi waraanni isaas jibbaafi diinummaaf isaan hordofan; yeroo bishaaniin nyaatamuun isa dhaqqabu “dhugumatti, Isa Ilmaan Israa’iil itti amanan malee haqaan gabbaramaan biraa hin jiruu amaneera Anis Muslimtoota irraayi” jedhe.

Islaamummaan Amantaa Saahiroota muusatti Amananiiti

Al-A'raaf 7:120

وَأُلْقِىَ ٱلسَّحَرَةُ سَٰجِدِينَ

Saahiroonni (Rabbiif) kan sujuudan ta'anii kufan.

Al-A'raaf 7:121
قَالُوٓا۟ ءَامَنَّا بِرَبِّ ٱلْعَٰلَمِينَ

Ni jedhan: "Gooftaa aalamaatti amanneerra.
Al-A'raaf 7:122

رَبِّ مُوسَىٰ وَهَٰرُونَ
Gooftaa Muusaafi Haaruunitti."

Al-A'raaf 7:123

قَالَ فِرْعَوْنُ ءَامَنتُم بِهِۦ قَبْلَ أَنْ ءَاذَنَ لَكُمْۖ إِنَّ هَٰذَا لَمَكْرٌ مَّكَرْتُمُوهُ فِى ٱلْمَدِينَةِ لِتُخْرِجُوا۟ مِنْهَآ أَهْلَهَاۖ فَسَوْفَ تَعْلَمُونَ

Fir’awnis ni jedhe: "odoo ani isiniif hin hayyamin isatti amantuu? Dhugumatti, kun tooftaa isin magaalattii keessatti jiraattota ishee isii irraa baasuuf jecha mari’attaniidha Fuulduratti ni beektu

Al-A'raaf 7:124

لَأُقَطِّعَنَّ أَيْدِيَكُمْ وَأَرْجُلَكُم مِّنْ خِلَٰفٍ ثُمَّ لَأُصَلِّبَنَّكُمْ أَجْمَعِينَ

Dhugumatti, harka keessaniifi miila keessan wal faallessuunan kukkuta Ergasii hunda keessaniiyyuu nan fannisa."

Al-A'raaf 7:125

قَالُوٓا۟ إِنَّآ إِلَىٰ رَبِّنَا مُنقَلِبُونَ

Isaanis "Nuti Dhugumatti, gara Gooftaa keenyaa deebi’oo dha" jedhan.

Al-A'raaf 7:126

وَمَا تَنقِمُ مِنَّآ إِلَّآ أَنْ ءَامَنَّا بِـَٔايَٰتِ رَبِّنَا لَمَّا جَآءَتْنَاۚ رَبَّنَآ أَفْرِغْ عَلَيْنَا صَبْرًا وَتَوَفَّنَا مُسْلِمِينَ

"Mallattooleen Gooftaa keenyaa yeroma nutti dhuftu itti amanuu (keenya) malee wanti nurraa haaloo bahattu hin jiru Gooftaa keenya! obsa nurratti dhangalaasi Muslimoota godhii nu ajjeesi" (jedhan)

06/08/2023

Dhaamsa ksna dhageeffadhaa isin fayyadaaa

06/08/2023

في طريقك إلى الله، لا تترك هذه الثلاث وأمثالها:

‏١-"اللهم أعني على ذكرك، وشكرك، وحسن عبادتك".
‏قال ابن تيمية: تأملت أنفع الدعاء فإذا هو سؤال العون على مرضاته، ثم رأيته في الفاتحة في: ﴿إِيَّاكَ نَعْبُدُ وَإِيَّاكَ نَسْتَعِينُ﴾ .

‏٢-"لا حول ولا قوة إلا بالله".
‏قال ابن القيم: وهذه الكلمة لها تأثير عجيب في معاناة الأشغال الصعبة، وتحمل المشاق، والدخول على الملوك، وَمْن يُخاف، وركوب الأهوال.

‏٣-"ياحي ياقيوم برحمتك أستغيث، أصلح لي شأني كله ولا تكلني إلى نفسي طرفة عين".
‏قال ابن القيم: ومن تجريبات السالكين التي جرَّبوها فألْفَوها صحيحةً أن مَن أدمن مِن قول: «يا حي يا قيوم، لا إله إلا أنت» أورثه ذلك حياة القلب والعقل.
‏وكان ابن تيمية شديدَ اللهج بها جدا، وقال لي يوما: لهذين الاسمين ــ وهما الحي القيوم ــ تأثير عظيم في حياة القلب، وكان يشير إلى أنَّهما الاسم الأعظم.

Address

Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hud-hud Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share