Qophii Ispoortii afaan oromottiin

Qophii Ispoortii afaan oromottiin Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Qophii Ispoortii afaan oromottiin, Media, Adama.

Taphatootaa Chelsea kessattii Gaataman fudhee namas ni godhaan jedhaa TheGunners
30/10/2024

Taphatootaa Chelsea kessattii Gaataman fudhee namas ni godhaan jedhaa TheGunners

Arsenal Taphoota 5  ittii Anaan
30/10/2024

Arsenal Taphoota 5 ittii Anaan

🎙️🗣️ 🇫🇷NIGOLO KANTE: "Jireenya uummatan keessaa dhaladhee  akkan jijjiiruuf uummata koof waadaa waanan galeef gara Saudi...
30/10/2024

🎙️🗣️ 🇫🇷NIGOLO KANTE: "Jireenya uummatan keessaa dhaladhee akkan jijjiiruuf uummata koof waadaa waanan galeef gara Saudi Arabiyaan deeme".

🗣️Har'a Sawudii Arabiyaatti qarshii miliyoonan argadha garuu kubbaa miilaas itti gammadaan taphachaa jira, garuu inveestimantiin koo inni guddaan saba koo bakkan dhaladhetti gargaaruudha, jireenya isaanii akkan jijjiiru waadaa galeen ture nan jijjiirras.

Bara kana ummata koo garmalee rakkachaa jiruuf manneen barnootaa, hospitaala, istaadiyeemii fi kuufama bishaanii akkan ijaaru waadaa galeera.

Invastimantiin koo inni gaariin miliyoona ani Sawudii Arabiyaa keessatti argadhurraa saban keessaa bahe sana gargaaruu dha" jedhe.

-N'Golo Kanté🇫🇷❤️ nama jaalalaa, hubataa baraa✔️

✅Raphina Hatrick👌Ijoolleen Brazil har'aa boruu hatrick hojjechuun iftaan immoo waluma irratti dhukaasa banuuf sagantaa q...
24/10/2024

✅Raphina Hatrick👌Ijoolleen Brazil har'aa boruu hatrick hojjechuun iftaan immoo waluma irratti dhukaasa banuuf sagantaa qabatanii Barselona 4-1 Bayermunik adabee gara qe'eetti lafa oofee galche.

Gabbatee primerliigii England kana fakkata.Kilaabnii Ati degartii sadarka meeqaffa irrattii Argamaa ?
27/09/2024

Gabbatee primerliigii England kana fakkata.
Kilaabnii Ati degartii sadarka meeqaffa irrattii Argamaa ?

TAPHAA Guyyaa Hardhaa🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿Tapha torbee 5ffa pirimiyeer liigii ingilizii🔵MAN CITY VS ARSENAL🔴Dirree taphaa🏟:ItihadYeroo...
22/09/2024

TAPHAA Guyyaa Hardhaa

🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿Tapha torbee 5ffa pirimiyeer liigii ingilizii

🔵MAN CITY VS ARSENAL🔴

Dirree taphaa🏟:Itihad

Yeroo taphaa⌚️:12:30

Champions League baranaa bifa adda ta’een jalqabe, namoota hubannoo feetaniif!CL baranaa gareewwan 36tu irratti hirmaata...
30/08/2024

Champions League baranaa bifa adda ta’een jalqabe, namoota hubannoo feetaniif!

CL baranaa gareewwan 36tu irratti hirmaata, gareen hundinuu tapha tokko tokko gareewwan 8 waliin taphatu, erga gareewwan hundinuu taphoota 8 gareewwan ramaddii isaanii waliin taphataniin booda, gareewwan 36han qaphxii walii galaa isaan argataniin tokko irra hanga 36tti sadarkaan kaa’amu,

Isaan keessaa gareewwan qaphxii ol’aanaa fiduun 1 irraa hanga 8 jiran kallattimaan gara marsaa itti aanuutti dabru, gareewwan 16 kan 9 irraa hanga 24 sadarkaan xumuran carraa (playoffs) kufisanii dabruu qabu.

Gareewwan 25 irraa hanga 36 xumuran ni kufu.

Boodarra gareewwan 8 kan kallattiin dabranii fi gareewwan 8 kan kufisanii dabruu quarter finals ykn nuusaa faanaalitiif waliin taphatu. Haala kanaan itti fufa.

30/08/2024

A legend in the house for the 😏

Welcome Cristiano Ronaldo 👋

17/08/2024

🚨lGuyyaa taphaa hardhaa

🇬🇧Tapha Piriimeer Liigii Inglaand Torbee 1ffaa

🇬🇧 Arsenaal 🆚 Wolviis 🇬🇧

Guyyaa tapha :- 📅 | Sanbata Hagayya 11

Yeroo tapha :- ⏰ | 11:00

Dirree tapha :- 🏟 | Emirates

Carraa gaarii Degaartoota Arsenaaliif

Niko Willems haatii isaa wagga 30 Duraa Ghana irraa kaatee Gammoojjii Sahara qaxamurtee morrokkoo irraan Gara Speen ceet...
18/07/2024

Niko Willems haatii isaa wagga 30 Duraa Ghana irraa kaatee Gammoojjii Sahara qaxamurtee morrokkoo irraan Gara Speen ceete turte ilmaa ishee lammaffa kanas argaatee.ilmii ishees Kunoo shampiioonaà Euro 2024 yoo tahuu medaliyaan koo hardhaa koof maala Jechuun Isheetii Godhee.

Address

Adama

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00
Sunday 09:00 - 17:00

Telephone

+251115541624

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qophii Ispoortii afaan oromottiin posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category