Gezahegn Tafa

Gezahegn Tafa For I give witness of them that they have strong desire for God but not with knowledge

Ansif and Wildu before 6 yearsMiss Wildu
10/07/2025

Ansif and Wildu before 6 years
Miss Wildu

21/06/2024

Moo'atotaa fi Moo'amtootaa

~ Moo'attoonni yeroo mara furmaata barbaaduu irratti xiyyeefatu. Moo'amtoonni garuu rakkoo irratti xiyyeeffatu.

~ Moo'attoonni yeroo mara jireenya isaaniif sagantaa qabu. Moo'amtoonni garuu sagantaa dhabuu isaaniif sababa garaagaraa dhiheessu.

~ Moo'ataan "siifan hojjedha" siin jedha. Moo'atamaan garuu "kun hojii koo miti, ana hin ilaallatu" siin jedha.

~ Moo'ataan rakkoo kamiifiyyuu furmaata barbaada. Moo'atamaan garuu furmaata kamiifiyyuu hanqina yookin mudaa barbaada.

~ Moo'ataan "ulfaachuu ni danda'a garuu hojjechuun ni danda'ama" siin jedha. Moo'atamaan immoo, "Gochuun ni danda'ama garuu ulfaataadha" siin jedha.

~ Moo'ataan wayita dogoggoru "nan dogoggore" jedha. Moo'atamaan immoo "Dogoggora koo miti" jedha.

~ Moo'ataan waan hojjechuu qabu ni murteeffata. Moo'atamaan garuu yeroo biraa akka hojjetu waadaa siif seena.

~ Moo'attoonni mul'ata qabu. Moo'amtoonni hawwii qabu.

~ Moo'attoonni "hojjechuun qaba" jedhu. Moo'amtoonni immoo "hojjetamuu qaba" siin jedhu.

~Moo'attoonni garee tokkotti makamanii waliin hojjechuu ni danda'u. Moo'amtoonni garuu hin danda'an.

~ Moo'attoonni waan argatan yaadu. Moo'amtoonni immoo waan dhaban yaadu.

Via Kitaaba Daandii Mo'attootaa

29/03/2024
Ayyaana Cuupha bara 2016
21/01/2024

Ayyaana Cuupha bara 2016

03/01/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Debela Jima, Akaki Kality

Address

Adama General Hospital, Alemayo Atomsa
Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gezahegn Tafa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Gezahegn Tafa:

Share