Boolee Post

09/12/2024
09/12/2024
  30/2017 -magaalaa -boolee   Gooroottii Arjoomii dhigaa hoggaansaa dargaggootaafi dubbaartootan gaggeefamee jira.  nuti...
09/12/2024

30/2017
-magaalaa -boolee
Gooroottii Arjoomii dhigaa hoggaansaa dargaggootaafi dubbaartootan gaggeefamee jira.
nutii jiruu lubbuun haadha taakka hin darbituu.

   Zooniiwwan hundaa kessattuuMariin hawaasa labsii aangoo fi gahee hojii   akkasumas hojiilee misoomaa fi nageenyaa irr...
07/12/2024




Zooniiwwan hundaa kessattuu
Mariin hawaasa labsii aangoo fi gahee hojii akkasumas hojiilee misoomaa fi nageenyaa irratti karaa gutuu ta'een gaggefamaa Jira.

  Bu'uura waliigaltee nageenya waareessuu MNO fi WBO waamicha nagaa fudhatan gidduutti taasifameen miseensonni WBO kalla...
05/12/2024


Bu'uura waliigaltee nageenya waareessuu MNO fi WBO waamicha nagaa fudhatan gidduutti taasifameen miseensonni WBO kallattii hundaan gara wiirtuu qophaa'efitti imalaa jiru. Guyyaa har'aas miseensonji WBO naannawa socho'aa turan giddu galatti imalaa jiru. Ummannis simannaa taasiseefii jira.

04/12/2024
Sadaasa 23/2016 Kutaa Magaalaa BooleettiiLeenjiin Interpiruunershipii Dargagoota sadaasa 23 hanga 25 kennamu jalqabame j...
02/12/2024

Sadaasa 23/2016

Kutaa Magaalaa Booleettii
Leenjiin Interpiruunershipii Dargagoota sadaasa 23 hanga 25 kennamu jalqabame jira.

01/12/2024
Sadaasa 22/2017 Kutaa Magaalaa Booleettii Raawwiin hojii Paartiifi Mootummaa Torbee qoratamee jira.Qorannaa hojii torbee...
01/12/2024

Sadaasa 22/2017
Kutaa Magaalaa Booleettii Raawwiin hojii Paartiifi Mootummaa Torbee qoratamee jira.
Qorannaa hojii torbee kana irratti gabaasni raawwii hojii Aanootaa fi Kutaa Magaalaa dhihaatee irratti mari'atameera. Marii gaggeeffameen ciminaaf hanqina jiru adda baasuun kallattiin Hojii torbee itti aanuu kennameera.

30/11/2024

Address

Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Boolee Post posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share