Ahmad Musa page

Ahmad Musa page Alhamdulillah!!

Kana wayya Kan wareegame Hin deebi'u. seenaa darbe Irraa barannee tokkomuu qabna Malee Dhibee Waliitti ta'uu Hin qabnu🙏S...
14/05/2026

Kana wayya Kan wareegame Hin deebi'u. seenaa darbe Irraa barannee tokkomuu qabna Malee Dhibee Waliitti ta'uu Hin qabnu🙏Seenaa Abbotii Keenya Irraa Wan Baayyee Barannee jirra Seenaan Isin Yaadataa Galatoomaa Kabajaa fi jaalala Isii Guddaa Isinii Qabna jechuu Malee Jacha biraq Kaniin itti isaqn ibisadhuun hin Qabu galatoma jechuu malee 🥹

04/05/2026

Yaa RABBI yoon sirraa fagaadhe ofitti na dhiheessi
aamiiiin aamiiiin

maal gootan silaa qabaman nuun jettanii akkam gootan kaa ???????
21/04/2026

maal gootan silaa qabaman nuun jettanii akkam gootan kaa ???????

15/04/2026

Namni namaaf nama dhaba malee silaa ________ ta'a

Address

Adama

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ahmad Musa page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share