Mammaaksaa fi hibboo afaan oromoo

Mammaaksaa fi hibboo afaan oromoo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mammaaksaa fi hibboo afaan oromoo, Digital creator, Adama.

24/05/2025

kana kolfaamee
namichatu bor nan jarjara jedhee
harreetti fe'e bule

Namichatu nan jarjara jedheefardarraa bu'e lafa deeme😀
24/05/2025

Namichatu nan jarjara jedhee
fardarraa bu'e lafa deeme😀

koottaa buna dhugaa
28/04/2025

koottaa buna dhugaa

05/11/2024

Haadhi manaake deesse jennaan------jedhe namichi

16/08/2024

'Maal fardi hin maraate' jedhe waraabessi ari'ee dadhabee

16/08/2024

Bara quufaa lukkuutu dhuufa 😎

10/08/2024

Jecha beekaa
Barumsi si keessa haa darbu malee ati barumsa keessa hin darbiin 💪💪

10/08/2024

Harree hin qabnu waraabessa wajjinis wal hin dhabnu

Gama sanaa boqolloon gahe jennaan warra sodaanne malee yoom argaa dhabne jedhe_______
10/08/2024

Gama sanaa boqolloon gahe jennaan warra sodaanne malee yoom argaa dhabne jedhe_______

10/08/2024

Leenci maal nyaata jennaan liqeeffatee jedhe,maal kanfala jennaan enyutu isa gaafata jedhe.

10/08/2024

Waan uffattu hin qabdu haguugattee hagdi jedhe namichi

Address

Adama

Telephone

+251923465194

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mammaaksaa fi hibboo afaan oromoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Mammaaksaa fi hibboo afaan oromoo:

Share