OBN Afaan Oromoo

OBN Afaan Oromoo Oromia Broadcasting Network (OBN) is a leading public media headquartered in Adama, Ethiopia.
(2221)

It broadcasts independent news, education and entertainment programs in 17 local languages and three international languages on OBN CYBER MEDIA, Radio and TV. OBN Afaan Oromoo page is a part of Oromia Broadcasting Network (OBN), producing news, podcasts, shows, documentary and programs in Afaan Oromoo language to reach our audiences in all over the world. Join us:
obn.com.et
www.youtube.com/OBNoromiyaa
www.twitter.com/OBNoromiyaa
www.facebook.com/OBNAmharic
www.facebook.com/OBNEnglish

01/06/2026

Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa yeroo Filannoo waliigalaa Itiyoophiyaa Marsaa 7ffaa ir...
01/06/2026

Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa yeroo Filannoo waliigalaa Itiyoophiyaa Marsaa 7ffaa irratti hirmaatan suuraan

Har'uma deessee har'uma Filattee mucaashees 'Filannoo' jettee moggaaste.OBN CYBER MEDIA Caamsaa 24, 2018Jiraattuun  maga...
01/06/2026

Har'uma deessee har'uma Filattee mucaashees 'Filannoo' jettee moggaaste.

OBN CYBER MEDIA Caamsaa 24, 2018

Jiraattuun magaalaa Mattuu Barsiistuu Kookeet Tamasgeen deessee sa'aatii 2 booda buufata filannoo Bishaaritti filatte.

‎Maqaa mucaa ishees 'Filannoo' jettee moggaafachuu OBN'tti himte.

Cichoomina haadha 'Filannoo' akkamiin dinqisiifattu?

01/06/2026

Maanguddoo umurii 85 Filannoo Waliigalaa Marsaa 7ffaa dhadhaabbataan ba'anii filatan.'OBN Cyber Media' Caamsaa 24,2018Ji...
01/06/2026

Maanguddoo umurii 85 Filannoo Waliigalaa Marsaa 7ffaa dhadhaabbataan ba'anii filatan.

'OBN Cyber Media' Caamsaa 24,2018

Jiraattuun Magaalaa Goree Aadde Biraanee Firrisaa maanguddoo umurii 85 yoo ta'an filannoowwan marsaa darbanii hundarratti hirmaachuu himuun, har'as sagaleenkoo murteessaa ta'uusaa hubadheen dhadhaabbataan ba'ee filadhe jedhan.

Bafiqaaduu Mokonniniin

‘’Dullumni Filannoo irraa nan daangessuu’’ - Maanguddoo ganna 87OBN Cyber Media’ Caamsaa 24, 2018Maanguddoo Qananii Diba...
01/06/2026

‘’Dullumni Filannoo irraa nan daangessuu’’ - Maanguddoo ganna 87
OBN Cyber Media’ Caamsaa 24, 2018

Maanguddoo Qananii Dibaabaa jedhamu, maanguddoo buleessa ganna 87dha. Obbo Qananiin dullumni itti ulfaattuyyu garuu harka hin kennine, harka tokkoon ilma isaanii, harka tokkoon ammoo ulee dhadhaabbatanii lafa garaan isaanii yaade ga’uuf tattaafatu.

Maanguddoo Qananii Dibaabaa waggoota 87 kana keessatti filannoo jabana Dargii keessa adeemsifame dabalatee filannoowwan bara 1987 akka heera biyattiitti waggaa shan shaniin gaggeeffamu hundarratti hirmaataniiru.

Maaguddoon umrii dheeraa qabu kun, bara kana dullumni akka malee itti ulfaatus ya dullumaa na ijifatte jedhanii waan keessi isaanii yaadeefi mirga dimokiraasiin argatan dabarsanii hin kennine. Harka lamaaniinuu daa’imaafi Ulee dhadhaabbatanii sagalee isaanii kennan.

''Ani har’a daa’iman harka qabadhee deemu kanaafan filadhe, biyyi kan warra ol guddataa jiruudha isaaniif waan gaarii keenyee darbuu qabna'' jedhan Obbo Qananiin.
Tamasgeen Hundarraa

Address

Bole
Adama
2919

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when OBN Afaan Oromoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to OBN Afaan Oromoo:

Share

Category