Tarco Tech Team

Tarco Tech Team Oromo or oromia history

10/08/2026

With Tarco tips – I just got recognized as one of their top fans!

Odeeffano namoonni Passportii baafachu barbaaddan Haaromsa, Haaraa Baafach, Ariifachiisaa hudnaaf kanneen armaan gadii q...
07/08/2026

Odeeffano namoonni Passportii baafachu barbaaddan Haaromsa, Haaraa Baafach, Ariifachiisaa hudnaaf kanneen armaan gadii qophefattanii nu quunnamuu dandeessu.
↪️ Haaraa baasuuf

✅Waraqaa dhalootaa
✅National ID
✅Lakkofsa bilbila

↪️ Haaromsuuf
✅Suuraa gurdii
✅Koppii(Suuraa passport)
✅National ID

↪️ Passport bade/tarsa'e/ciccite
✅Suuraa gurdii
✅Xalayaa waajjira poolisii
✅National ID

↪️ Umrii 18 gadiif
✅Waraqaa eenyummaa maatii
✅Waraqaa dhalootaa daa'imaa
✅National ID

↪️ Umrii sirreesuuf
✅ Waraqaa dhalootaa
✅ Suura gurdii
✅ Koppii(Suuraa) passport
✅National ID

↪️ Maqaa sirreessuuf/jijjiiruuf
✅Suuraa gurdii
✅Koppii(Suuraa) passport
✅Waraqaa mana murtii(maqaa jijjiiruuf)
✅National ID

💬Tajaajila kanneen kan barbaaddan dokumantii barbaachisu suuraa kaasuudhaan ykn scan gochuudhaan karaa! Telegrami nuuf erguu dandeesu
t.me/ethio_passport_agency

📲Odeeffano dabalataf

07/08/2026

Big shout out to my newest top fans! Saladin Abdii, Oromtittii Arsii

Waa'ee Gibiraa
03/08/2026

Waa'ee Gibiraa

  50 qofaan Abbaa Carraa qarshii 45,000 ta'aa!MARSAA_1FFAA:Egallee jirraa ji'a 2'f tura! Amanamummaan isaa kan mirkanaa'...
01/08/2026

50 qofaan Abbaa Carraa qarshii 45,000 ta'aa!

MARSAA_1FFAA:Egallee jirraa ji'a 2'f tura!
Amanamummaan isaa kan mirkanaa'eedha. Yeroo carraan bahu LIVE dhaan ifatti ni darba; akkasumas viidiyoon isaa waraabamee ni gadhiifama.

"Carraatti cimseen amana; yoon jabaadhee hojjedhe immoo carraawwan hedduu akkan argadhus nan amana." — Toomaas Jeefersan

Maarree isiniis:
Qarshii 50 qofan Abbaa Carraa qarshii 45,000 ta'aa!

CARRAA WALIIGALAA: 45,000 ETB
1ffaa: 40,000 ETB
2ffaa: 3,000 ETB
3ffaa: 2,000 ETB

Amanamummaa fi Qulqullinni milkaa'ina keenya egereetiif!
Hin danda'amu hin jedhin, akka danda'amu godhi malee!"

Maarree isiniis:amma irraa jalqabun qarshii 50 dabarsuun (transfer) gochuun abbaa carraa qarshii 45000 ta'a!

Karan Kaffaltii itti rawwaatan!

CBE;1000736223515

31/07/2026
31/07/2026

Biiyyaa Bosnia Herzegovina 🇧🇦

Address

Adama
1001

Telephone

+251970994324

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tarco Tech Team posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Tarco Tech Team:

Shortcuts

Share