DINE HABIB

DINE HABIB Iam oromo

03/04/2026
Of-duuba Hin Ilaalin,Fuuldura Kee Namni Siif Ilaalu Hinjiruuti.
17/03/2026

Of-duuba Hin Ilaalin,Fuuldura Kee Namni Siif Ilaalu Hinjiruuti.

Warra Ji'a Remadana Kanarraa Milkaa'ee Kan Dhufuus Nagaan Eegu Nu Godhi.Alhamdulillaah
17/03/2026

Warra Ji'a Remadana Kanarraa Milkaa'ee Kan Dhufuus Nagaan Eegu Nu Godhi.
Alhamdulillaah

11/03/2026

Eenyutu moo'e,
Risqiitu Moo'e,
Badhaasni Kun Kan Eenyu,
Kan Keenyaa Hundaa,
risqii,Risqii,Gandi Keenya..

25/02/2026
Filannoon Keenya Yoomiyyuu Badhaadhina.
24/02/2026

Filannoon Keenya Yoomiyyuu Badhaadhina.

Waan Hojjanneef Badhaafamne.☆Hoggansa Diinagdee Ta'uun Badhaadhina Dhugoomsuudha.
24/02/2026

Waan Hojjanneef Badhaafamne.
☆Hoggansa Diinagdee Ta'uun Badhaadhina Dhugoomsuudha.

10/11/2025

Dhaamsa Jabduu:

● Garaachi kee wayita ganama ciree nyaachuu dhabdu miidhama,
● Kaleen kee wayita bishaan gahaa tahe dhuguu dhabdu gaaga'ama,
● Mar'ummaan qallaan (small intestine) nyaata garmalee diilallaa'aa (qorraa) tahe wayita soorattu miidhama,
● Mar'ummaan furdaan (large intestine) nyaata mi'eessituun addaddaa itti danate deddeebistee wayita nyaattu madaa'a,
● Sombi kee naannoo qilleensi faalamaa tahefi bakka tamboon itti aarsamu keessa wayita turtu miidhama,
● Tiruun kee nyaatawwan garaachatti ulfaatanifi sooratawwan zayitifi mi'eessituu maalummaa isaanii hinbeekamne tolfaman dedeebistee soorachuu keetiin miidhaan irra gahuu mala,
● Onneen kee soorata ashaboo, coomaafi moorri itti baay'ate wayita deddeebiste nyaattu gaaga'ama,
● Rajiijiin kee sooratawwan mi'aayina qaban wayita deddeebitee nyaattu gaaga'ama,
● Iji kee ibsaa dhaamsitee wayita dukkana keessa mobaayilifi komputarii ilaaltu balaa irra bu'a.

SAMMUUN KEE IMMOO;
Waan jajallaa hammeenyummaa qabu wayita yaaddu dhukkubaaf saaxilama.

Hubadhu:

Orgaanoonni qaamaa kunniin cufti gabaa irratti hin'argaman.

Kanaaf, fayyaa kee tikfadhu.

☆▪︎▪︎▪︎
Hiriyyoota keef SHARE gochuu hindagatiin.
☆☆☆☆☆ ♡♡♡♡♡♡
Maddi:

Your Health

Address

Adama

Telephone

+251911093465

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when DINE HABIB posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to DINE HABIB:

Share