Elroy TV

Elroy TV Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Elroy TV, Digital creator, Adama.

.........Dhaloonni Waaqayyotti Qoosan Hin baraaraman               Ijoollee Obbo Raggaasa milkiin Hin. Tolleef maaloo ka...
25/03/2026

.........Dhaloonni Waaqayyotti Qoosan Hin baraaraman
Ijoollee Obbo Raggaasa milkiin Hin. Tolleef maaloo kanas Gara Boollatti Butaa!!!

bor yoo waaqayyo jedhe wal Argaan 07tti
18/03/2026

bor yoo waaqayyo jedhe wal Argaan 07tti

Naannoo Adaama  boolloo 03tti kan argamtan Guyyaa Har''a yeroo waaqeeffanna Addaa qabna hirmaattuu eebbichaa  ta'a!!
11/03/2026

Naannoo Adaama boolloo 03tti kan argamtan Guyyaa Har''a yeroo waaqeeffanna Addaa qabna hirmaattuu eebbichaa ta'a!!

Konfiransii Keenya Dilbata Ganama Waaqayyo Yeroo Addaa Nuuf Kennee!!!!
16/02/2026

Konfiransii Keenya Dilbata Ganama Waaqayyo Yeroo Addaa Nuuf Kennee!!!!

.......Konfiransii Keenya Guyyaa 2ffaa Jimaata Galgala Waaqayyo yeroo Addaa nuuf kenne Qidaameef Sanbata Guyyaa Guutuu i...
14/02/2026

.......Konfiransii Keenya Guyyaa 2ffaa Jimaata Galgala Waaqayyo yeroo Addaa nuuf kenne Qidaameef Sanbata Guyyaa Guutuu itti fufa Eeba kanarra Hirmaadha!!

......Koonfiransii Keenya Guyyaa 1ffaa Har'a Waaqayyo Akkaata Addaan Nu Gidduutti Hojii Dinqii Hojjeecha ture Bor Sa'ati...
12/02/2026

......Koonfiransii Keenya Guyyaa 1ffaa Har'a Waaqayyo Akkaata Addaan Nu Gidduutti Hojii Dinqii Hojjeecha ture Bor Sa'atii 9:00 irraa jalqabee hanga sa'atii 1:30tti Qidaameef Sanbata Guyyaa Guutuu Itti Fufa kottaa Hirmaattu Eebba kana Ta'a!!!

Guyyaa 1Qofatu Hafee
11/02/2026

Guyyaa 1Qofatu Hafee

Waldaa kiristaanaa ElROYI guutuu Adunya Adaamaa.     Olmaa sagantaa faayina guyyaa har'a ganama MD. HAMMAA DHUMAATI DHAB...
30/10/2025

Waldaa kiristaanaa ElROYI guutuu Adunya Adaamaa. Olmaa sagantaa faayina guyyaa har'a ganama
MD. HAMMAA DHUMAATI DHABBAACHUU
Hanbaqom 2 1 luq 18:6_8
Akka namni Hamma dhumaatti hin dhabbane maaltu godha?
1 Obsa dhabu
mul 3:8. Rome 12:12_
2 Murto dhabu
mat 25:1_

Adaamaa
21/10/2025

Adaamaa

Bor Guyyaa guutuu sagantaa faayina fi hiikamsa wan qabnuf hirmaatu ebicha taha
15/10/2025

Bor Guyyaa guutuu sagantaa faayina fi hiikamsa wan qabnuf hirmaatu ebicha taha

Konfireensi keenya Dilbata ganama har'a
12/10/2025

Konfireensi keenya Dilbata ganama har'a

Konfireensi keenya guyyaa 3ffaa qidame ganama
11/10/2025

Konfireensi keenya guyyaa 3ffaa qidame ganama

Address

Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Elroy TV posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share