Kindesa Hamid

Kindesa Hamid yoo ati haala gaariin fuula gaariin nama simatte atilleen si simatanii

Barataa Kaalid Bashir sadarkaa biyyaalessaatti qabxii 591 fiduun sadarkaa 1ffaan xumure.Barataan Mana Barumsa Ifa Boruu ...
14/09/2025

Barataa Kaalid Bashir sadarkaa biyyaalessaatti qabxii 591 fiduun sadarkaa 1ffaan xumure.

Barataan Mana Barumsa Ifa Boruu Bultii Addaa Dodolaa Kaalid Bashiir qormaata Seensa Yuunivarsiitii kutaa 12ffaa akka biyyaatti qabxii 591 galmeessisuun akka biyyattii barataa qabxii ol'aanaa galmeessise ta'eera.

‎Ministeerri Barnootaa bara barnootaa 2017'tti barattoota kutaa 12ffaa qormaataaf taa'an keessaa Kumni 48 qabxii seensa yunivarsiitii galmeessisuu isaanii beeksiseera.

‎Barattoota Kuma 585 fi 882 qormaata Kutaa 12ffaa baranaa fudhatan keessaa barattootni Kuma 48 fi 29 qabxii seensa yunivarsiitii galmeessisuu isaanii Ministirri Barnootaa beeksiseera.

Congratulations Ja'aan baga gammadde Ja'aan Maashaa Allaah Rabbi irraa haa jaalatu ija hamtuu cufa Rabbi irraa haa qabu

18/04/2025

Adunyaa tana irratti wanti hojjachuuf nama rakkisu maali?

18/04/2025

Hangafni sibiilaa lilmoodhaa
maalif jahamaa?
kanneen biroos hedduudha jiraa

10/03/2025
Dhaabbadhu dhaabbadhuAmiiiiin jahiRabbiin ajrii Ramadaanni qabu hunda isii si haa milkeessuusi malee nama biraa hin qabd...
10/03/2025

Dhaabbadhu dhaabbadhu
Amiiiiin jahi
Rabbiin ajrii Ramadaanni qabu hunda isii si haa milkeessuu
si malee nama biraa hin qabduu

06/09/2024

73 likes, 2 comments. Check out Kindesa929’s video.

Address

Shenan
Adama

Telephone

+251929942483

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kindesa Hamid posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Kindesa Hamid:

Share