OBN Bohaartii

OBN Bohaartii Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from OBN Bohaartii, News & Media Website, Bole, Adama.

30/05/2024
“Mootummaan Naannoo Oromiyaa, haala mijataa yaa’insa invastimantiifi dilbii invastimantii olaanaa naannichi qabu walsims...
29/05/2024

“Mootummaan Naannoo Oromiyaa, haala mijataa yaa’insa invastimantiifi dilbii invastimantii olaanaa naannichi qabu walsimsiisu umuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jira.” – Dr Abdulaaziz Daawud
OBN Caamsaa 21/2016- Mootummaan Naannoo Oromiyaa, haala mijataa yaa’insa invastimantiifi dilbii invastimantii olaanaa naannichi qabu walsimsiisu umuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu Itti gaafatamaan waajjira Pirezidantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Dr Abdulaaziz Daawud himan.
Itti gaafatamaan Waajjira Pirezidantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Dr Abdulaaziz Daawud abbootii qabeenyaa biyya Paakistaan irraa, Naannoo Oromiyaa keessatti hojiilee garagaraa irrattii bobba’uuf dhufan waliin mari’ataniiru.
Abbootii qabeenyaa kanneeniif carraawwan invastimantiifi haala Invastimantii naannoon Oromiyaa qabdu irratti ibsi kennameera.
Marii kana irratti Paakistaanitti Ambaasaaddara Itiyoophiyaa Ambaasaaddar Jamaal Muktaar dabalatee hoggantoonnifi qooda fudhattoonni biroos argamuusaanii waajjira Pireezidantiirraa odeeffanne.
Odeeffannoon wayitaawaa bakka jirtanitti akka isin qaqqabuuf fuula miidiyaa hawaasaa OBN irraa argachuu yoo feetan:
Yuutuubii: Youtube.com/OBNoromiyaa?sub_confirmation=1
Feesbuukii OBN Afaan Oromoo: http://facebook.com/OBNAfaanoromo
Feesbuukii OBN Horn of Africa : https://www.facebook.com/OBNHornofAfrica
Feesbuukii OBN Afaan Amaaraa:- http://facebook.com/OBNAmharic
Feesbuukii OBN Afaan Ingilizii:- http://facebook.com/OBNEnglish
Tiktok : https://www.tiktok.com/
Tiwiiterii: https://twitter.com/OBNoromiyaa
Teeleegraamii:https://t.me/OBN_VoiceOfthepeople
Raadiyoo OBN https://zeno.fm/radio/obnradio/
Yeroo hunda waan nu waliin jirtaniif ulfaadhaa.
OBN Sagalee Uummataa

Listen to OBN Radio for the best Amharic, Oromo, Somali General radio. Listen live, catch up on old episodes and keep up to date with announcements.

14/03/2024
15/12/2023

Urjii [Asham yaa maatabee]

Address

Bole
Adama
2919

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when OBN Bohaartii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share