Abdii Buunnoo

Abdii Buunnoo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Abdii Buunnoo, Digital creator, Adama.

14/06/2024
14/05/2024
08/05/2024
08/05/2024
08/05/2024
"Oromoon dhiigaaf lafee ilmaan isaatiin bilisummaa goonfateera" MM Dr. Abiyyi Ahimad******Ministeerri Mummee Dr. Abiyyi ...
08/05/2024

"Oromoon dhiigaaf lafee ilmaan isaatiin bilisummaa goonfateera" MM Dr. Abiyyi Ahimad
******
Ministeerri Mummee Dr. Abiyyi Ahimad Magaalaa Naqamteetti argamuun hawaasa Godinaalee Wallaggaatiif ergaa dabarsan.

Ummatni Oromoo dhiigaaf lafee ilmaan isaa aarsaa gochuudhaan hacuuccaa jaarraa keessaa bahee bilisummaa goonfateera jedhan.

Gaaffiileen bilisummaa fi wal qixxummaa, afaanii fi eenyummaa kana booda Oromoof gaaffii hin ta'u kan jedhan Ministeerri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad kana booda injifannoo arganne tikfachaa misooma keenya waaressuu male, dhimmoota xixiqqoodhaan wal ajjeesuu fi wal waraanuun dhaabbachuu qaba jedhaniiru.

Rakkoolee jiran karaa nagaatiin furachaa, abjuu diinota keenyaa fashaleessuuf tokkummaan dhaabbachuu qabna jechuunis dhaamaniiru.

05/03/2024

Address

Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdii Buunnoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share