Burhan Alo Berki

Burhan Alo Berki Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Burhan Alo Berki, Digital creator, Adama.

25/03/2026
25/03/2026
24/03/2026


guddaa kana hin dhabinaa!

قال النبي ﷺ:
"من صام رمضان ثم أتبعه ستًا من شوال كان كصيام الدهر"

Nabiyyiin Rabbii ﷺakkana jadhan:

"Namni Ramadana soomee, itti aansuun guyyaa jaha ji'a Shawwal irraa soome, akka nama waggaa guutuu soomeetti lakkaa’amaf

📌 Hiikkaan isaa:
Hujiin gaariin tokko dachaa kudhaniin galateeffamta kanaafuu 👉
Ramadanni (guyyaan 30) = guyyaa 300
Guyyaan jahan = guyyaa 60 siif herregama
Walitti = guyyaa 360 taha
akka waggaa guutuu
nama soomeeti jachuudha.

🔹 Yoom akkamitti soomama?
✅Guyyaa iidaa booda jalqabama
✅Walitti aansuun soomuu ni danda’ama
✅Ykn addaan baaftee ji’a shawwaal keessatti soomuun ni danda’ama

🤲Rabbiin keenya nuhaa gargaaru, nuhaa milkeessu

11/03/2026
11/03/2026

Address

Adama
FRANCO

Telephone

0911608067

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Burhan Alo Berki posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Burhan Alo Berki:

Share