Milkii salaalee

Milkii salaalee Oromummaa 👉Afaan koo afaan oromoo🌳
👉Biyyi koo oromiya🖤♥️🤍
👉Amantiin koo bilisummaa❤️💚❤️
👉Kaayyoon koo tokkummaa oromoo💪

18/08/2026
18/04/2026

📜🆂︎🅴︎🅴︎🅽︎🅰︎🅰︎!📜
🖋️Seenan Jireenya keessatti sochoostudha, Osoo seenan hin jiraannee har'a ani nama jennee dubbachuuf humnaa fi hamilee hin qabnu.

🎤Waan kaleessi warra keenya, saba keenyaa, amantii keenya tahe kan baruu dandeenye seena fi seenaa qofarraahi. Seenaa kanaaf ilaalchi nu qabaachuu qabnu akka ilmoo dhabaa, akka ija takkaa tahuu qaba. Yoo kana jedhu seenaa hojjachuu, seenaa barreessuu fi seenaa dubbisuu fi isa hojjatame dhugummaa isaa tiiksun dirqama dhalootaa akka tahe beekuu qabna.

Kanaaf gaheen seenaa guddina sabaa, amantii, fi biyyaa keessatti qabu himamuun ni ulfaata.

"Namni seenaa ofii hin beekne bishaan gabateerrati" Eebbisaa Addunyaa.
"Seenaa rirmi hin nyaatu " Hacaaluu Hundeessaa
"Seenan sammuu qaba" Ebbisaa Baay'isaa

 ....!Humni kee jabaa Harki kee dheeraaEessayyuu dhaqqabaQabeenyi kee tuulaaRakkataa qaqqaba Saba koo naaf tumsiYaa tums...
08/03/2026

....!
Humni kee jabaa
Harki kee dheeraa
Eessayyuu dhaqqaba
Qabeenyi kee tuulaa
Rakkataa qaqqaba
Saba koo naaf tumsi
Yaa tumsaa dadhabaa
Situ humna qabaa

Abbaa halluu mirree
Mootin siin dorgomu
Kan qixa keen jirre

Faara kee nuuf tolii
Hamtuu nurra qoli
Lola nuun lolamu
Atummaan nuuf loli
Tapha nu taphannes
Ati galchi goolii
Saba keenyaf nagaa
Diina keenya fooli

Gadadoof rakkina
Achi nurraa siiksii
Saba gaarii kana
Atumti naaf tiiksi!

Kan dhaba koof na jibbite Amma argannaan na hin barbaadin.ANI SI DHIISEE JIRA JEDHIIN
28/02/2026

Kan dhaba koof na jibbite Amma argannaan na hin barbaadin.

ANI SI DHIISEE JIRA JEDHIIN

Hordoftoota koo haaraadhaaf haamilee! Toora irratti isin qabaachuu koof gammachuu guddaatu ​​natti dhaga'ama! Feyisa Bay...
29/01/2026

Hordoftoota koo haaraadhaaf haamilee! Toora irratti isin qabaachuu koof gammachuu guddaatu ​​natti dhaga'ama! Feyisa Bayisa, Seyoum Alemu, Aliyyi Ahmaad Abdalla, Rameta Jemal, Oromya A Koo, Tolani Habasha, Saaraa Ab, Oluma Likkisa, Faaris Abubakir, Arif Rashid, Misera Taye, Fedhasaa Seefuu, Mohamed Degafa Degafa, Legush Ganale, Abdi Yohannis Nado, Shukar Jamal, Odaa Ka Aagaa Qundhee, Debelo Bakana Erge, Fenet Chalchisa Negewo, Alamuddiin Shariif, Ermiiyaas Nagaasaa, Gachanaa Girma, Desalegn Eyasu, Umaar Abubakir, Feyye Feyye, Lammiin Lammiif, Amiino Kadiir, Arerik Mucaa Waqayoo, Abd Amd, Darartu Usmane, Dursa Ka Baneta, Kaasayee Waaree Gaararroo, Ziyadoo Habibkar, Zinaabu Fayeera Ittaana, Abdii Sabaa, Iyasu Man, Jaalalaa Mucaa Diimaa, Adunya Asefa, Aliyyii Adam, Yomii Latta, Abdurrazaq, Sharraf Ahmad, Phawulos Dumbala , Firii Intala Sabaa, Wirtuu Jiruu, Jarso Mtbf, Sami Asfe, Bilisummaa Dachaasaa, S West Welega, Daroo Darittii

hubadhu
24/01/2026

hubadhu

Address

Finfinnee
Adama

Telephone

+251919631025

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Milkii salaalee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share