Holy Spirit Revival Fire

Holy Spirit Revival Fire This page will provide you with the latest tutorials and tips related to religious organization

ዮሐንስ 1 (አዲሱ መ.ት)
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹ በመጀመሪያ ቃል ነበረ፤ ቃልም ከእግዚአብሔር ጋር ነበረ፤ ቃልም እግዚአብሔር ነበረ።
² እርሱም በመጀመሪያ ከእግዚአብሔር ጋር ነበረ።
³ ሁሉ ነገር በእርሱ ተፈጥሮአል፤ ከተፈጠረው ሁሉ ያለ እርሱ የተፈጠረ ምንም የለም።
Yoh. 1
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹ Sagalichi jalqaba waan hundumaa dura ture; sagalichi Waaqayyo bira ture; sagalichi ofii isaa Waaqayyo ture.
² Inni kun jalqabumaa jalqabee Waaqayyo bira ture.
³ Wanti hundinuus isumaan ta'e; waan ta'e keessaas isa malee kan ta'e tokko illee hin jiru.

Oduu cabsaaQarshii Miliyoona Tokko kenneeRaajii Iyyuu cufaan waldaa Rohobot sababii baankii liqaa idaan qabamtee dhaalam...
06/06/2025

Oduu cabsaa
Qarshii Miliyoona Tokko kennee
Raajii Iyyuu cufaan waldaa Rohobot sababii baankii liqaa idaan qabamtee dhaalamuuf jettuuf qarshii Miliyoona tokko galgala kana kenneefii jiraa🙏🙏🙏🙏
Christ Army Tv Worldwide

Abiy Ahmed Ali Addis Ababa Police 😥Irra deddeebiin Gaafataa jirra Seeratti nuuf haa Dhiyaatu‼️🤔Mootummaan Akkuma namoota...
06/06/2025

Abiy Ahmed Ali Addis Ababa Police
😥Irra deddeebiin Gaafataa jirra Seeratti nuuf haa Dhiyaatu‼️

🤔Mootummaan Akkuma namoota Amantaa biraatti Qoosan tarkaanfii irratti fudhatu gurbaa kanas too'annoo jala oolchuu qaba.

Baayee obsineerra Qaamni nageenya bakka inni jirutti too'annoo jala nuuf oolchaa seeratti akka nuuf dhiyaatu barbaanna. Qoosaa Amantaa keenyarratti raawwateef Seeraan gaafatamee gatiisaa argachuu qaba kanaaf ammoo Kaawunsiliin Amantoota Wangeelaa fi Miidiyaaleen Kiristaanaa Waliin ta'uun hojjechuu qabna, Abdii Raggaasaa hamma seeratti dhiyaatee gatiisaa fudhatutti Amantaa keenya kabachiifachuurraa yoomiyyuu duubatti hin deebinu‼️
Holy Spirit Revival Fire
Caalaa Bultume
World Christian Media
Abdi Regasa
Lalisee Girma
Kefyalew Tufa Yadete
Via...CHRISTIAN MEDIA
Holy Spirit Revival Fire
Melkamu senbeta hinsermu page

06/06/2025

Baay'een gadda hanga sadarkaa kanaatti Amantaa namaatti qoosuun hedduu ulfaata.
Egaa hordoftooti Amantaa kiristaanaa dhimma kana irratti dammaquun gaariidha, kun qoosaa daangaa darbedha, kaawunsiliin, qaxanaan, tokkummaan waldoolee maaf waantota daangaa darban akkasii too'achuu dadhabee ? Biyya seerri hin jirre keessa jirramoo?
Abdii akka hiriyyaatti sitti himna nuti Amantaa keenya ni jaallanna qoosaa daangaa darbe akkasii otoo dhiistee gaariidha, waan ati amma gochaa jirtu xiyyeefffattee oromoo amantaa fi amantaan walitti buusuuf ykn oromoo amantaatiin qoqqooduuf waan hojjettu fakkaatta, pls Iddoo deemteetti bilchaadhu dura waan hunduu bilchina gaafata.
Kana caalaa ummanni kiristaanaa sirratti dammaqnaan na argaa na argaankee na dhoksaa na dhoksaa fiduu danda'a.
Otoo qoosaa daangaa darbe akkasii dhiistee natti tola ana obboleessakee isa si jaallatu Wakanbon Funs dha.
Wakanbon Funs irraa
Holy Spirit Revival Fire

Polisiin magaalaa finfinnee dhimma Abdi Regasa tti furmaata akka nuuf kennu 💯 abdii guddaa qabnaa. Yeroo dhihootti eegaa...
06/06/2025

Polisiin magaalaa finfinnee dhimma Abdi Regasa tti furmaata akka nuuf kennu 💯 abdii guddaa qabnaa. Yeroo dhihootti eegaa🙏🙏🙏

Abdi Regasa kana booda qoosaan kee daangaa darbeeraa gama seeraan walitti adeemnaa kana barii🙏🙏🙏To'annoo seeraa jala olu...
06/06/2025

Abdi Regasa kana booda qoosaan kee daangaa darbeeraa gama seeraan walitti adeemnaa kana barii🙏🙏🙏
To'annoo seeraa jala oluu qabaa mucaan kun akka gaddinee booda

Raajii Saamii fi Faar.Robeeraa 🙏🙏🙏Waaqayyoo barakeessan Haa eebbisu 💥 vacation time 🇪🇹 💥💘💘💘
06/06/2025

Raajii Saamii fi Faar.Robeeraa 🙏🙏🙏Waaqayyoo barakeessan Haa eebbisu
💥 vacation time 🇪🇹 💥
💘💘💘




06/06/2025

Qoqofaa.....🙏🙏🙏 faarsaa kanaan eebbifamaa

To'annoo seeraa jala oltee jirtii🙏🙏🙏Intalti suura ishii argitan kun   ykn Maqaan Tiktok ishii Janny ofiinJechuun beekamt...
06/06/2025

To'annoo seeraa jala oltee jirtii🙏🙏🙏
Intalti suura ishii argitan kun ykn Maqaan Tiktok ishii Janny ofiinJechuun beekamti.
Maayyimmoota Toora Tikktok irratti beekaman keessaa tokkodha.
Dhaloonni Godina wallagaa Bahaa Aanaa Angar-Guutee Magaalaa Guttini.

Torbee darbe kana keessa Dubartoota Dirre Dhawaa jumlaan arrabsite.
Tiktok Live irra Teesseetu “ Dubartoonni Dirre Dhawaa shiitii waan uffataniif Yoo dhiirri Jaalalaaf ykn waan akka s*x tiif isaan gaafate ni aaru; maalif na gaafatta ani Eenyun didee beeka jedhu” jechuudhaan waan hamilee dubartootaa gadi buusu dubbatte.
Har’a Poolisiin to’a jala oolcheera oduu jedhu dhagaheen natti tole.
Namoota Beekamtii malee beekumsan qabne Duuchaan hawaasa tokko arrabsaa oolan akkasii adamsanii seeraaf dhiheessuun waan jajjabeeffamudha.

Dhaamsa Faar. Melkamu senbeta hinsermu page irraa darbeeNamoota amantaa isaanii jijjiiraniif.Warri buddeniif jettanii am...
06/06/2025

Dhaamsa Faar. Melkamu senbeta hinsermu page irraa darbee
Namoota amantaa isaanii jijjiiraniif.
Warri buddeniif jettanii amantii keessan jijjirrattan amala hojii hojjechuu waan hinqabneef essattu hin taatan isin garaa kessaniif umamtan kanuma!!!

Gospel Singer Solomon Adugna irraa.Warri amantii jijijjirratu kun durumayyuu waa corachuuf maqaa ofitti moggaasanii saba...
06/06/2025

Gospel Singer Solomon Adugna irraa.
Warri amantii jijijjirratu kun durumayyuu waa corachuuf maqaa ofitti moggaasanii saba saamaa turan. Sabni keenyammoo lakki Wangeela da'efattanii nu saamtan jennaan ammammoo akka saamudhaaf itti tolutti amantii jijjiirratanii achi coccorachuf dhaqan. Hubannaa xiqqqoonimmoo nama balleessiti durumayyuu homtu hin galleef. Dubbichi dubbii 'ti malee dhugaan galeefii miti. Yesuusinis garaadhaf jecha warri duukaa bu'an hundi dhumarratti biraa galan.Takka garaa guggutatanii dhufu itti dhiisaa. Hafuurri Qulqulluun sammuutti akka isaan deebisuuf haa kadhannuuf🙏🥰
Abdi Regasa

06/06/2025

Address

Adama

Telephone

+251949803538

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Holy Spirit Revival Fire posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Holy Spirit Revival Fire:

Share