Tawheed TV Oromic Islamc Media

Tawheed TV Oromic Islamc Media Dhugaa hin badduu

25/09/2020

Page kana like gochuun odeeffannoo wayitaawaa aragadha

Gengo View: dhimmoota hawasummaa, diinagdee fi siyaasa Gaanfa Afrikaa irratti fuulleffatuun Oduu fi O

29/04/2020

As wr wb

Haaji Jawar dabalatee ustaazota keenya  rabbii isiin irra haa jaalatuu!
17/08/2018

Haaji Jawar dabalatee ustaazota keenya rabbii isiin irra haa jaalatuu!

as wr wb jalatamtoota baga Ramadaanan isiin gaheeRamadan kariim
27/05/2017

as wr wb jalatamtoota
baga Ramadaanan isiin gahee
Ramadan kariim

LUBBUU OFII QORMAATUULubbuu ofii qormaatuun imaana haroomsuuKessaatti Faayida guddaa taphataRabbin (s w) ni jedhe  Yaa w...
22/04/2017

LUBBUU OFII QORMAATUU
Lubbuu ofii qormaatuun imaana haroomsuu
Kessaatti Faayida guddaa taphata
Rabbin (s w) ni jedhe Yaa warra amantan rabbin
Sodaadha lubbuun kamuu waan dabarfattee
Haa Ilaaltuu (Al haashr 18).
Umaar bin kataab (R A) ni jedhe " Osoo hin qormaatamin
Duraa Lubbuu kessan qormaata".
Muslimnnii kaamuu yeroo isaa lubbu isaa qofaan kophaa
Bahuu isii to'atuu isii qormaatufi akkaata ishee ilaaluf
guyyaa gara rabbii deebiti akka maal akka dabarsee
Ilaaluu qabachun dirqama.
Oboleeyya islaama lubbu kenyaa haa qormannu
Inshaa Allah.
Namaa wan dhagahee itti dalagee obalessa isaatifis
Qooduu rabbii nuu haa godhuu
Rabbion rahmaata isaati nuu haa tiksuu Amiiiin
Inshaa allah
As wr wb

22/01/2017

yaaa allah !!!!! .
yaa rabbi iimaana akka Nabi muhammad S.A.W
gara laafinsa akka Abu bakrii.
haqa dubbachuu akka Umar.
jeynummaa akka Khalid.
qaanfii akka Usman.
amaanaa akka Abu Ubeydaa.
hifzii akka Abu hureyra.
faxinummaa akka Ibnu abbas.
walumaa galatti yaa rabbi haalaa fii amala akka nabii keenya Muhammad S.A.W nuuf kenni.
yaa rabbi nama LIKE godhe jaaladhu.
kan Aaamiin jae qeebaliif.
kan SHARE godhe Rizqii dhuman qabne kenniif.......
kan LIKE, aamiin & Share hunda godhe yaa rabbi jannata kenniif!!!!!!!!

03/01/2017

Assalaamuu Aaleeyikuum warahamatullahi wabarakatuu? mee Eenyutuu Ajrii 30 Argachuuf Jecha salaamtaa kana deebisaa?

10/09/2016

Ustaaz Badruu Huseenii fii Ustaaz Kaamil
shemsuun Masjiida Beetelitti argamutti argamuun
salaata asrii booda ummata muslimaatiif haasawa
godhaniiru. Waa'ee Obboleewwan keenya mana
hidhaa keessatti hafan kan akka Ustaaz
Ahmeddiin Jabal fa'aa dubbataniiru. Ustaaz
Bedruu Huseen imimmaan ija isaa guutee
"Ammas walakkaan qaama kootii akka waan
mana hidhaa keessatti hafee jiruu natti
dhaga'ama." jechuun waa'ee Ahmeddiin Jabal
fa'aa dubbateera.
------------

Miseensaa koree fala barbaadu Hawaasa Muslimaaf Wolit qabaan koree Ustaaz Abubakariif Obolewwan biroos Mana hidhaa irraa...
10/09/2016

Miseensaa koree fala barbaadu Hawaasa Muslimaaf Wolit qabaan koree Ustaaz Abubakariif Obolewwan biroos Mana hidhaa irraa hiikamun maati isaaniti fi Hawaasa muslimaat guyyaa hardhaa wolit dabalaman .
Karaa biraatiin Ustaaz Ahmaddiin Jabal , Ustaaz Ahmad Musxafaa ,Khaalid Ibraahim,Mahammad Abaata fi Obbolewwan galmee biraa jalatti himatamaniif dhiifamaan akka gad hin lakkifamnee fi mootummaan prooppoogaandaa siyaasaa isaanirratti hojjachuuf akka isaaf mijjaawuuf guyyoota lamaaf Ministeera Haqaatiin leenjiin hidhamtootaaf akka kennamaa ture isiniif gabaasun keenya ni yaadatama .
Mootummaani guutuu biyyaa keessatti mormii itti dhoohee ka'een muddama addaa keessa seenee Sochii kana ofirraa qabbaneessuuf waggaa haarawa sababeeffachuun Ustaaz Abubakar Ahmeed dabalatee Ustaaz Kaamil Shamsuu , Ustaaz Badruu Huseen , Shekh Makkata Mohee , Ustaaz Sa'id Alii , Gaazexeeysaa Yuusuf Geetachewu , Dargagoo Mubaark Adam , Ustaaz Nuuru Turkii, Ustaaz Muraad Shukuur , Gootit Maryama Hayaatu , Hayaatul Kubraa , Toofiq Mahammad , Mubaarak Kadir , Abdulmajiidif kanneen biroo galmee ILYAAS KADIIR jalatti himataman warra hiikkaman irrat Hawaasa Muslimaa maraaf akkasummas firaa fiixa hundaaf baga gammaddan baga wolumaan gamanee jena .
ALHAMDULILLAAHIRABBIL AALAMIIN.
Oduma kanaan walqabateen mootummaan propogaandaaf isaatiif isaan muslima irra adda baasuun akka isaaf mijjaawutti hiikkamuu isaaniitiin dura guyyaa kamisaa fi jum'aa galmatti walitti qabuun leenjii kennuun isaa beekkame.
Yeroo leenjii kanattiis jaynoottan keenyaas yaada kan Kennan yeroo tahu mootummaan yaada isaan kennan kana adda mummuruun dhiifama gaafatan,Mootummaa Cinaa dhaabanna jedhan jedhee yoo TV n agarsiise hawaasni muslimaa Olola dharaa mootummaa baratame tahuu akka hubatu isin beeksisuu barbaanna.
Osoo hin hiikkamin dura kaadreen Mootummaa mariin gaariin gaggeefame, dhiifama gaafatan jechuun hawaasa dogogorsiisuuf yaaliin godhaa jiraniis qaama Shira Tooftaa Olola tooftaa Woyaanee akka tahe akka hubattan isinii ibsuu barbaanna.
Qabsoon keenya itti Fufaa !
#

Address

Adama

Telephone

+251912976121

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tawheed TV Oromic Islamc Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category