Oolanchitii Post

Oolanchitii Post Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Oolanchitii Post, Media/News Company, Addis Ababa.

23/01/2026

Fayyinni Oromoo Jiilleefi Arsii Gidduutti Taasifame! -Milkoofne!Copyright ©2026 Dhaabbata Hordoftoota Amantii Waaqeffannaa ...

23/01/2026

Ayyaanni Yaadannoo Warra Abbaa Oromoo Marsaa 16ffaaf Giddugala Bahaa, Wiirtuu Baha Shaggar, Konyaa Boosat, Galma Amantii Waaqeffannaa Boosatitti kabajame. Dhaabbata Hordoftoota Amantii Waaqeffannaatti ayyaanota kabajaman keessaa isa tokko kan ta’e Ayyaanni Yaadannoo Warra Abbaa Oromoo, amajjii 3/2...

01/06/2025
Bara hojii gaarii Muudamtoota Yaa'ii Dhaabbata Hordoftoota Amantii Waaqeffannaa 20ffaa
24/11/2024

Bara hojii gaarii
Muudamtoota Yaa'ii Dhaabbata Hordoftoota Amantii Waaqeffannaa 20ffaa

Kanuma qabdii biyyaattiin Amantii Safuu
09/02/2024

Kanuma qabdii biyyaattiin Amantii
Safuu

Itoophiyaatti ayyaanota kabajaman ilaalchisee wixinee haaraan qophaa'aa jira.
Mootummaan Dargii kufee guyyaa ADWUI aangoo itti qabate Caamsaa 20 akka labsii kanaatti hafuu mala. Ayyaanotni Kiristaanaa fi Islaamaa labsii kana keessatti akka kabajaman hammataman isaan kami? Kamtu ammoo hafa? Odeessa kanarraa argattu. 👉👉 https://bbc.in/4byfIvm

29/01/2023

Amantiin Islaama fi kiristaana ilmaan gabrummaa ykn waanjoo gabrummaa baatan dachii Afrikaa keessatti horattee jirti. Post Amajjii 29,2023- Sinoodosiin haarafti naannoo Oromiyaa fi sabaafi sablaammootaa jedhee of waamu bu'aa manni amantii kiristaana Tawaahidoo Itoophiyaa dhalteedha.Faranjoonni walgahii bara 1888 afrikaa qircaachuuf murteessan yaadachuun gahaadha.Har'a afrikaan baddaa gammoojjituu sirna koloniin warra adii facaasaniin waxalamaa jirti.Namoonni carraa taayitaa argantan kaayyoo fi akkeeka gabrummaa malee dhugaa fi haqa ummanni qabu moggaatti gatuun ta'uuf wixxifatu.Kunimmoo gaaga'ama hamaa lammiileerran gaheera.Namooni sinoodosii haara hundeessan ijoolle manni amantii kiristaana Tawaahidoo Itoophiyaa qarteedha.Sussuma jijjiirun ittoo mi'eessu akkuma jedhan maalummaa amantii kiristaana afaan Oromoon barsiisuun eenyummaa Oromoo hin dagaagsu.Afaan dhalootan barsiisun bu'aansaa yoo sagantaafi beekkumsa warrikee qabu yoo ta'e malee imaammataa fi sagantaa qabu barsiisu miti.Ilmoon boortee haadharaa utaalcha barti akkuma jedhan,Warri kun gabrummaa Oromoo fi Oromiyaatti jabeessurra bu'an qaban xiqqaadha.Tarii ammaatti:-
Abashaan Bataskaana keessatti dawoo godhattee lammiileerran miidha gochaa jirtu ni fooyyessuu fi hiccitii abashaan dhoksaa turte saaxiluun golgaa amantiin kiriistaana qabu ifatti ni muullisu.Furmaanni Oromoo manaa fi sirnasaatti galuudha.
Oolancitii Post

30/12/2022

Nagaa ooltanii? Bultanii?
Sabni dhugaa fi haqa qabu jabaadha.

Namaleen mana nama hundaa galuun golgaa dhalootatti taatee,sagantaafi beekkumsa Oromoon kalee qabu karaarra maqsuun,dhugeeffannaa fi safeeffannaa uumatichaa dabsee,ofirra goruun sagantaafi immaammata diinatti masakamuun kaayyoo fi galmasaa dagatte.Har'a xinnaattus ummanni Oromoo xiyya mataasarra fi dhaloota isaatti amanuun sagantaasa geggeessa jira. Sabni tokko walumatti amanee gurraafi yeroo qabu walii laannan,hubannoo fi beekkumsa warrisaa kalee dhimma itti bahaa ture asumaan argachaa deema.Tolaa hamaattu waliin qabna jechuun Jallaafi sirrii ofii qajeelchuu danda'u.Oromoon waan qabu Galmaa qaba.Galma jechuun dhaaba manaa osoo taane mataa namaati. Mataan namaa hubannoo fi barnootan gabbaannan jiruufi jireenya sabichaa murteessu danda’a.Jijjiirama dhala namaarratti fiduuf qooda kan qabu barnoota dhugaarra maddeedha.
Barnoota dhugaa baradhaa lafa dhugaa jiraadha?!.
GADAAN MIRGAA
LEEL!

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oolanchitii Post posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share