Chala mume

Chala mume Hamma lubbuun jirtuutti waan gaarii hojjadhuu dhaloota boruutiif fakkeenya tahi!!!

Soomanaan jajjabaa ummata koo jaalatamoo?
14/03/2024

Soomanaan jajjabaa ummata koo jaalatamoo?

Haramaya university welcoming committee for fresh students.We completted yesterday night safely!
18/12/2023

Haramaya university welcoming committee for fresh students.
We completted yesterday night safely!

World be rectified!Peace be amplified!
22/11/2023

World be rectified!
Peace be amplified!

Lammiin Ugaandaa saalqunnamtii saala walfakkaatu waliin raawwate adabbiin du'aa itti murtaa'e.Akka waraqaan himannaa dhi...
29/08/2023

Lammiin Ugaandaa saalqunnamtii saala walfakkaatu waliin raawwate adabbiin du'aa itti murtaa'e.

Akka waraqaan himannaa dhiyaate jedhutti daraggeessi ganna 20 kun, dhiira ganna 41 dirqiin gudeede.

Ugaandaan nama saalqunnamtii saala walfakkaataa rawwatetti du'a murteessite

12/08/2023

May god bless all of my friends!

One day it is inevitable to achieve what i want to be with the help of allah
10/08/2023

One day it is inevitable to achieve what i want to be with the help of allah

“Akkan hin deebinettiDeemeera yaa tiruNa hin eegiin barataa kooAnoo dhufaa hin jiru! Sin barsiisa jedheeYaadee manaa ba’...
20/05/2023

“Akkan hin deebinetti
Deemeera yaa tiru
Na hin eegiin barataa koo
Anoo dhufaa hin jiru!
Sin barsiisa jedhee
Yaadee manaa ba’ee
Karaattin hafe egaa
Akka carraa ta’ee…
Amma dabtara kee cufii
Qalama kees qadaadi
Akkaataa itti boossee
Na awwaaltu yaadi…
Assignment bulchii
Gaaffii qabdus kaa’ii
Qe’ee maatii kiyyaa
Dhaqii gadda taa’i…

Konkolaataan ani ittiin
Si qaqqabuuf eege
Waadaa keenya nyaatee
Lubbuu koo wareege…
Beekumsa ani siif qooduuf
Umurii itti fixe
Dhiigaafi lafee koo waliin
Hallayyaatti lixe!
Kan nyaatte hin deebistu
Dacheen ni jabaatti
Ba’een karaatti hafe
Jedhi kaa nagaatti!”

Barsiisota Yuunivarsiitii Madda Walaabuu, kan har’a balaa konkolaataatiin dhumaniif gadda guddaatu natti dhaga’ame. Lubbuun keessan jannata haa boqottu obbolaan koo!

28/03/2023

Thanks to Allah

Magaalaa Finfinneetti kan argamu manni barumsa Jeneraal Waaqoo Guutuu  rakkoolee adda addaatiif saaxilamaa jiraachuu haw...
11/10/2022

Magaalaa Finfinneetti kan argamu manni barumsa Jeneraal Waaqoo Guutuu rakkoolee adda addaatiif saaxilamaa jiraachuu hawaasni mana barumsichaa himan.

Mana barumsichaatti haalli baruu fi barsiisuu yaaddeessaa ta'ee jira jedhaniiru.

Manni barumsa sadarkaa 2ffaa Jeneraal Waaqoo Guutuu magaalaa Finfinneetti argamu hanqina bu'uraalee barnootaa hamaa keessa akka jiru maddeen himan.

Sababa kanaatiin haalli baruu fi barsiisuu gufataa jiraachuu hawaasni mana barumsichaa OMN tti himan.

Mana barumsichaa irratti dabatu raawwatamaa jira kan jedhan hawaasni mana barumsichaa, hanqinni bu'uuraalee barnootaa kanneen akka kompiitaraa, gabatee adii, manqora yookii kutaa laaboraatoorii, daree barnootaa, bakka bashannanaa, bakka laaqana itti nyaatanii akkasumas manni fincaanii qulqullina isaa eeggate jiraachuu dhabuun rakkoo uumuu himaniiru.

Akkasumas daandiin ittin bahanii fi seenaan dhiphaa ta'uu irraa kan ka'e rakkoo hamaa keessa jiraachuu himan maddeen OMN.

Odeeffannoo dabalataa hidha kanaa gadiin argattu
https://omnglobal.com/or/16833/

10/10/2022
10/10/2022

Address

Addis Ababa

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00
Sunday 09:00 - 17:00

Telephone

+251926208097

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Chala mume posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Chala mume:

Share