Mohammednur wolde

Mohammednur wolde making job online

19/02/2023
19/02/2023

Namicha tokkootu paarkii hundeesse. Gatii seensaa Doolaara 300 godhe. Nama seenee daawwatu dhabe. Gatii seensaa doolara 200tti gad deebise. Ammaas namni seenu dhabame. Amma doolaara 10tti gad buuse. Nama maalii jedhee seenee daawwatu dhabe

Dhumarratti dubbiin jabaannaan bilisaan akka daawwatan godhe. Battalumattii paarkiin nama qofa taate. Namichi suuta jedhee ummatatti hulaa qollofe/cufe. Kana booda leenca itti gad lakkise. Yoo bahuu barbaadan doolara 500 kafalanii akka bahan itti hime. Namuu akkasitti kafalee lubbuu ofii baraare.

Maaliin jechuu fedhe beeytaa: jireenya kana keessatti waanuma rakishaa fi bilisaa irraa of qusadhu. Rakkoo keessa si galchuu malu.
Bizinasnii bilisaa hin jiru abbaa kiyya.
Madda: Dr. Fami

27/01/2022
30/10/2020
18/09/2020

Address

Addis Ababa
144

Telephone

+251966899109

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mohammednur wolde posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Mohammednur wolde:

Share