30/10/2025
***************
muuxannoo: 0 year
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Filannoo Biyyaalessaa 7ffaa gaggeessuuf hojiiwwan filannoo duraa hedduu hojjechaa jira. Kanaaf Boordichi hojjettoota naannoo filannoo walaba ta’an yeroodhaaf qacaruun filannoo gaggeessuuf barbaada.
Haaluma kanaan, iyyattoonni ulaagaalee armaan gaditti tarreeffaman guutanii fi naannoo hundatti “Hoggantoota Naannoo Filannoo” ta’uun tajaajiluu kan barbaadan hundi; Onkoloolessa 17 hanga Onkoloolessa 26, 2018tti guyyoota hojii 10 walitti aansuun liinkii armaan gadii https://nebe-election.org/registration_co fayyadamuun akka galmaa’an affeeramtaniittu.
Ulaagaalee Qaxarrii:
• Umriin waggaa 18 ol, .
• Miseensa dhaaba siyaasaa kamiyyuu kan hin taane, .
• Ulaagaa Barnootaa: Digirii jalqabaa fi isaa ol, .
• Bakka Hojii: Naannoolee hunda, .
• Yeroo Hojii: Ji’a torbaa, .
• Iyyattoonni dubartootaa ni jajjabeeffamu.