16/05/2026
Account keessan keessaa kamiin godhachuu yaaddan? Faayidaan vrfy hoo maali? ๐
Facebook moo Telegram keessan godhachuu barbaaddan? Instagram dabalatee plat form sooshaal miidiyaa feetan vrfy godhachuun daldalaa fi business akkasumas tajaajila feetan ittiin gaggeessuuf yoo yaaddan kunoo niti turtii daqiiqaa muraasaa keessatti account platform miidiyaa hunda jechuunis Facebook, Telegram, Instagram, TikTok, Twitter fkkf karaa salphaan verify isiniif gochuu dandeenya. Isin irraa kan eegamu karaa keessaan 'Hi' nuun jechuun nu dubbisuu qofa.
Faayidaa isaa keessaa muraasa.๐๐๐
Faayidaan Facebook account gochuun qabu maali?
Facebook irratti account ykn fuula (Page) verified taasisuun faayidaa hedduu qaba:
1. Amantaan fi dhugoomina argachuu โ mallattoo โblue check markโ argachuun namoota biraa fi hordoftootaaf akka ati nama/hojii dhugaa fi amanamaa taate agarsiisa. Fakkeenyaaf, namoota maqaa wal-fakkaataa qaban keessaa si adda baasa.
2. Hordoftoota dabalataa argachuu โ namoonni hedduun fuula verified irratti amantii qabaatu, hordofuufis fedhii qaban.
3. Sobduu fi fake account irraa of eegu โ namoota maqaa keetiin account sobaa banuu dandaโan irraa si tiksu. Namni barbaadu tokkoyyuu mallattoo โverifiedโ ilaalee kan dhugaa si taโe adda baafata.
4. Sadarkaa olaanaa argachuu (algorithms keessatti) โ fuullee fi account verified taโe yeroo hedduu search keessatti dursinee mulโata, postiin isaas balโinaan namoota bira gaโa.
5. Carraa daldalaa fi hojii guddisuu โ yoo ati artist, influencer, hojjetaa dhaabbataa ykn dhuunfaa, verified taโuun carraa hojii fi wal-qunnamtii daldalaa siif balโisa.
6. Tajaajila deeggartoota irraa ariifachiisaa argachuu โ account verified yeroo rakkoon uumamu, deeggarsa Facebook irraa saffisaan argata.
7. Maallaqa ittiin argachuuf yokaan monetize gochuuf
๐ Wanti hubatamuu qabu: Facebook irratti verified taโuuf (dokumantii eenyummaa, ID card, passport ykn business document) qabaachuun dirqama miti.
Gemechis Mhamed