Gemechis Mohammed

Gemechis Mohammed Win in silence let them think you are loosingπŸ€™ Students at MIZAN-TEPI UNIVERSITY TEACHING REFERRAL HOSPITAL

06/09/2025

Intala Milishaa osoo janaajjanaa jirtu yoo haasofni si harkaa badu.......

Buchee Abbaan kee erga kaalsii miicatee waggaa meeqa guuteera?πŸ˜‚πŸ˜‚

06/09/2025

Ati kan "wanti hin danda'amne hin jirtu! Nothing is impossible!!" Jachuu dhaan gurra kiyya na dhukkubsaa ooluπŸ˜‹ har'a waan hin danda'amneen arkee koottuu danda'i!
Dhagaa kiiloogiraamuma 1 qofa ulfaatuun liqimsuu dadhabee, ati koottuu liqimsi mee!πŸ˜‹πŸ€ͺπŸ€ͺπŸ€ͺ

06/09/2025

Yaa rabbi qarshii guddoo naaf kanni jachaa bahee, boodarra dhabnaan, " hayyee naaf liqeessi!"😳 hin ja'uun seetanii!πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜ŠπŸ˜ŠπŸ˜ŠπŸ˜Š

06/09/2025

Warri dhiiraa:- hanga dubartii kadhattu osoo Rabbi kadhatteeπŸ™
Warri dubaraaπŸ‘§:- akka make up( dibata fuulaa)πŸ’„πŸ’‹ malee manaa bahuu sodaattutti osoo rabbi sodaattee, silaa wahi as jirraaπŸ€·β€β™‚πŸ˜‚πŸ˜³πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚

Gaafa Haalli hundi sitti ulfaatee abdii murachuu bira geesse, namoota sitti kofluuf taa'ee guyyaa kufaatii keetii eegaa ...
04/09/2025

Gaafa Haalli hundi sitti ulfaatee abdii murachuu bira geesse, namoota sitti kofluuf taa'ee guyyaa kufaatii keetii eegaa jiran yaadadhu.
jabaadhu itti cichi.

02/09/2025

Uffff..... dalagaan naaf baate yaabooπŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚

Bilbila kiyyattiin passwordii sagalee godha ja'eetiin voice recordii start godhee osoon sagalee tiyya hin waraabin sarittiin ollaa teenyaa lafittiin takka duttee fiigaa khuttee, amma isiin barbaadutti jira ganda keessa😜😜😜😜😜bansiisuufii barπŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚

02/09/2025

Bro, fokkotaa yoo taatellee fokkotaa ifiin hin ja'in!

Akkasirra, " an jaldeessa bareedaa dha!" Yoo ifiin jatte nagayaan jiraatta abbii, osoo if hin jeeqne!

Jechuma 'bareedaa' ja'u saniin lubbuu gammachiisi!πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚

02/09/2025

Muuxxannoo khiyya kan bara dheeraa isiniif qooduu ?
Yeroo barnoonni baname isin warri hin dubbifne akkas godhaa; yeroo qormaataa barataa cimaa qofa eeguun dirqamaa miti. Barataa baay'ee dadhabaa bira taa'i. San booda yeroo inni DHUGAA godhu ati immoo SOBA goota yeroo inni SOBA godhu immoo ati DHUGAA gootakhaa abbaa khiyya. Yeroo inni akkuma amala isaa 1/10 fidu ati immoo meeqa fidda jechuudha¿ 9/10 fiddakhaa bro!🀣🀣🀣

02/09/2025

Growth happens outside of your comfort zone, so dare to take that leap.

02/09/2025

Eenyutti kophaa koo na dhiiftee Kutte 😭
Ifaan baanaa bar

"Ani carra-dhabeessa" jettee beektaa? Waf😌. Kunis akka jiru hin dagatin!Hidhamaa seeraa biyya Biraazil "Raahpeel Vaalaad...
02/09/2025

"Ani carra-dhabeessa" jettee beektaa? Waf😌. Kunis akka jiru hin dagatin!
Hidhamaa seeraa biyya Biraazil "Raahpeel Vaalaadaawoo" jedhamu tokkotu jira. Mana hidhichaa irraa miliquuf jedheetu, karaa baayyee dhoksaa fi of eeggannoon guutameen karicha waggaa shaniif qote. Waggaa meeqan jedhe? πŸ™„. Waggaa shan guutuuf!πŸ˜”

Akkuma karoorfatetti waggaa shan guutuu akka bofaa loo'aa, akka daa'imaa daaddisaa keenyan(αŒαˆ­αŒα‹³) xumuraa uree mormaan seene. Gammachuun inni alatti bahee bilisummaa alaa dhamdhamachuuf qabu isa muddee ammas ittuma dhiibbate. Mudhiidhaa oliin seenee gaafa morma achi baafatu waan ijaan argaa jiruuf ijasaa amanuu dadhabe. Abjuu itti fakkaate. Ifaajjen isaa waggoota shanii bishaan dhuguusaa kan hubate guyyaa tana. Guyyaa abaaramtuu!πŸ₯Ί

Kutaan inni itti bahe kutaa eegdota mana sirreessaa sanaa ture. Poolisoota achi jiran kolfi hudhaatuma namicha gammachuun simatanii gara mana hidhaa inni dura tureetti isa deebisan!πŸ˜‚

Xalayaan namichi kun hiriyaa isaatif barreessu tokko, "Yaalii kufi; garuu kufuuf hin yaalin" waan jedhu natti fakkaata!βœοΈπŸ˜‚

Yaa warra kufaatidhaan hin laafne...
Anuwar Shafi follow godha

02/09/2025

Ana kan naaf hin galle?

Warri Oromoo wajjin osoo walii hin galiin saba biraa wajjin walii galaa jiru kun; Dantaa Oromoon magaalaa Finfinnee irraa qabu sana kaayyoo isaa keessaa hin qabu moo, warra isaan wajjin walii galaa jiru sanatu Finfinneen kan Oromoo ta'uu eshee fudhatee warra keenya kana wajjin walii galteetti seenee?
Mee warri isiniif gale dhimma kana ifa nuuf godhaa!

Address

Addis Ababa
1000

Telephone

+251996317633

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gemechis Mohammed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Gemechis Mohammed:

Share