Prophet Samuel Teka

Prophet Samuel Teka ✅💚❤️🩵“Fayyinni Yesus Kristos, duwwaadhaan malee, kan biraatiin tokko illee hin jiru!!‼️✅❤️💥🩵💥💚✅
Hojii Ergamootaa 4:12
✅💥♥️🩵መዳን በሌላ በማንም የለም🩵❤️🩵
(2)

adis Ababa Ethiopia

17/01/2025

Hafuurii milkaa'ina kee danqu kan rukkutame haa ta'u maqaa gooftaa yesus Kiristoosiin ‼️✋
Ameen jedhi fudhu ✍️

Biyyaa kan namumamoo seexanaa tuu bulchaa jira? Formulan du'a biyya kam illee hin jire biyyaa kenyaa keessatti raawwatam...
17/01/2025

Biyyaa kan namumamoo seexanaa tuu bulchaa jira? Formulan du'a biyya kam illee hin jire biyyaa kenyaa keessatti raawwatama jira. Abbaani fi haati osoo ilalaanii ilmaa rashanuun kun maaliif? Motummaan daandii bareeda, ibsaa bareeda nuti agarsiisaa jira, namni garuu dhumaa jira. Misooma kamiyyuu caala kan dursu lubbuu ilmaan namatti, mee lubbu namaaf dursaa kenname 🙏 Amma waan biyyaa kana kessatti ta'aa jiru Waaqayyoos, waan calisee fakkaata. Calisuun Waaqayyoo garuu bayye hamadha😭 abbootiin amantaa Waaqayyoon haa kadhanu 🙏 dhugaa arginuuf dhagenyu immoo haa dubbanu.
Warri nama tataanii; nama ajeftaan immoo gaaf tokko fuula firdii Waaqayyoo dhabachuuf akka jirtan itti yaadun dirqama.
Waaqayyoo hin faradaa.

Baay'ee nama Gaddisiisa dhugaa😭😭😭Bara hamtuu ilmaa hadhaaf abba fuulduraatti vidiyo warabaa rasasaan ajjeesan 😭 Waaqayyo...
17/01/2025

Baay'ee nama Gaddisiisa dhugaa😭😭😭
Bara hamtuu ilmaa hadhaaf abba fuulduraatti vidiyo warabaa rasasaan ajjeesan 😭 Waaqayyoo haa faradu malee maal jenaree?
AbiyAbiy Ahmed AlieAbiy Ahmed Ali
Abiy Ahmed AlimShimelis AbdisaiShimelis Abdisattaa ilaala hojii waraana keessanii😭

17/01/2025

Misiraachoo
Isa Ati Dadhabeera Jette Sana
Waaqayyo Jalqabeera Siin Jedha‼️✋

Ameen ameen jedhi fudhu ✍️

17/01/2025

Waaqayyo qofti si biraa hin dhibamin..Isaaf dukkanniyyuu ifaa!💥
Ameen jedhi fudhu ✍️

17/01/2025

ameen jedhimee....

amma Muddamaa kan jirtu,gammachuun dhaalamtee kolfa wal irraa hin cinne kolfita.🤣‼️

17/01/2025

Namni barreeffama kana argitu
Amantiidhaan "waaqayyoo bakka naaf qaba'' jedhii barreessii!💥✍️

17/01/2025

haadha waaqayyoo utuu hin taane haadha namummaa yesuusi/araarsituus miti,wangeelatu jedha🙄😏

💥Waan hundumaatti Waaqayyoon galateeffadhaa! Waaqayyo karaa Kristos Yesus kana gochuu keessan in fedha. 1Tasaloniiqee 5:...
17/01/2025

💥Waan hundumaatti Waaqayyoon galateeffadhaa! Waaqayyo karaa Kristos Yesus kana gochuu keessan in fedha.
1Tasaloniiqee 5:18

16/01/2025

Inni aboo dukkanaa jalaa nu baasee, gara mootummaa ilma isaa isa jaallatamaatti nu dabarse.
Qolosaayis 1:13

16/01/2025

👉 Warri of duubatti
Si egan
Of duratti
Si haa argan maqaa gooftaa yesus Kiristoosiin ‼️
Ameen jedhi fudhu ✍️

16/01/2025

"Yaaqoob dhagaa boraafatee mul'ata arge. Samsoon Daliilaa boraafatee mul'ata gate. Boraatii Kee adda baasi bro!" 🫡🥱🥺

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Prophet Samuel Teka posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Prophet Samuel Teka:

Share