NAATOO

NAATOO Naatoon miidhagina. Miidhaginni kennaa uumamaati. Kennaan uumamaa hin bitamus hin gurguramus.

Luq. 24:5 Isa jiraataa maaliif warra du'an keessa barbaadduu? innoo as hin jiru ka'eera; Galiilaa utuu jiruu waan inni i...
12/04/2026

Luq. 24:5 Isa jiraataa maaliif warra du'an keessa barbaadduu? innoo as hin jiru ka'eera; Galiilaa utuu jiruu waan inni isinitti himee ture yaadadhaa! inni akkuma dubbate ka'eera mat 28:6 !!!!! Hordoftoonni Amantaa Ortodoksii Tawaahidoo hundi baga ifa du'aa ka'uu gooftaa keenya Iyyasuus Kiristoosiin isin gahe.
Ayyaana gaarii!๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when NAATOO posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share