Kuusaa kolfaaf gammachuu

Kuusaa kolfaaf gammachuu nagaa nagaa koo

Wanni salphaan nama hin maraachitu ๐Ÿ™„Muummichi Ministeeraa guyyaa tokko Mana yaalaa dhukkubsattoota sammuu (Amaanu'eel) d...
26/09/2025

Wanni salphaan nama hin maraachitu ๐Ÿ™„

Muummichi Ministeeraa guyyaa tokko Mana yaalaa dhukkubsattoota sammuu (Amaanu'eel) daawwachuuf dhaqee, osuma deddeemuu maraataa tokko arge. Itti siqee "maali rakkoon tee tan akka maraattu si goote?" Je'ee gaafate.

Maraataanis deebisuufii jalqabe "yaa gooftaa kiyya ! balaa kana hunda ka natti buuse, namittii abaaramtuu takka fuudhuu kiyya. Rabbi na kaaseetiin dubartii intala bareedduu qabdu takka fuudhe. Intala bareedduu saniif abbaa biddeenaatin ta'e jechuudha.

Guyyaa tokko Abbaan kiyya akkuma na laaluuf dhufeen, intala san jaalatee fuudhe. Kanaafuu intalti an abbaa biddeenaa tahuuf, deebitee haadha biddeenaa naaf taate jechuudha.

Xiqqoo booda haati manaa tiyya ilma dhiiraa naaf deesse. Ilmi kiyya kun haadha biddeenaa tiyyaaf obboleessa waan taheef, abbaa kiyyaaf immoo soddaa tahe, sababni isaa abbaan kiyya intalan ani abbaa biddeenaa tahuuf fuudhe waan taheef.

Akkuman siif himetti gaafa Abbaan kiyya intala ani Abbaa biddeenaa tahuuf fuudhu san, ishiin jalqaba haadha biddeenaa naaf taate. Boodarra immoo ilmi kiyya obboleessa haadha biddeenaa waan taheef, Eessuma naaf tahe.

Haati manaa tiyya immoo harmee haadha biddeenaa tiyyaa waan taateef, Akkoo tiyya taate jechuudha.

Haadha biddeenaa tiyyaaf, Abbaa biddeenaa tahuu kiyya hin irraanfatin. Jaartii tiyyaaf immoo ilma intalaa tahuu kiyyaas quba qabaadhu.

Kana hunda caalaa garuu kan na ajaa'ibe, akkoo biddeenaa tiyya fuudhuu, jaartii tiyyaaf ilma intala ishii tahuu fi jaarsa ishii tahuu qofa osoo hin taane, ofuma kiyyaafuu Akaakoo tahuu kiyya.

Wanni maraachee gara Amanu'eel na fides kanuma" jedheen jedhama.

01/09/2025

โค๏ธSIIFIDHA.๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ’š ๐ŸŒน
Barri darbaa jiru kun๐Ÿ‘‰2017 ๐ŸŒน
๐Ÿ’Dhibeekee fudhatee ๐Ÿ’š ๐ŸŒน
๐Ÿ’Yaaddookee fe'atee ๐ŸŒน
๐Ÿ’Qormaata kee baatee ๐Ÿ’š ๐ŸŒน
๐Ÿ’Gaddakee sassaabbatee ๐ŸŒน
๐Ÿ’Galma rakkinakee raasee ๐Ÿ’š ๐ŸŒน
๐Ÿ’kan siif hin malle yaasee ๐ŸŒน
๐Ÿ’hiyyummaa sirraa kaasee ๐Ÿ’š๐ŸŒน
๐ŸŒฟSIRRAA HAA DARBU๐Ÿ‘‰2017 ๐ŸŒน

Barri dhufaa jiru kun๐Ÿ‘‰2018 ๐Ÿ’š ๐ŸŒน
๐ŸŒปNagaa addaa baatee ๐ŸŒน
๐ŸŒปJaalala haammatee ๐Ÿ’š ๐ŸŒน
๐ŸŒปFurmaataa qabatee ๐ŸŒน
๐ŸŒปBeekumsa hamma tulluu ๐Ÿ’š๐ŸŒน
๐ŸŒปBara diinnikee mugdu ๐ŸŒน
๐ŸŒปBara ati koortee bultu ๐Ÿ’š๐ŸŒน
๐ŸŒปKan dhiphinnikee dhibdu ๐ŸŒน
๐ŸŒปYeroo aduunkee iftu ๐Ÿ’š๐ŸŒน
๐ŸŒปGamnachuunkee akka biiftuu ๐ŸŒน
๐ŸŒปBara hojjettee milkooftu ๐Ÿ’š๐ŸŒน
๐ŸŒปBara ormatti urgooftu ๐ŸŒน
๐ŸŒปBara akka gammaddetti ooltuu ๐Ÿ’š๐ŸŒน
๐ŸŒฟ SIIF HAA TA'U๐Ÿ‘‰2018

๐Ÿ„๐Ÿ„๐Ÿ„ ๐Ÿ„๐Ÿ„๐Ÿ„ ๐Ÿ„ ๐Ÿ„๐Ÿ„๐Ÿ„
๐Ÿ„ ๐Ÿ„ ๐Ÿ„ ๐Ÿ„ ๐Ÿ„
๐Ÿ„๐Ÿ„๐Ÿ„ ๐Ÿ„ ๐Ÿ„ ๐Ÿ„ ๐Ÿ„๐Ÿ„๐Ÿ„
๐Ÿ„ ๐Ÿ„ ๐Ÿ„ ๐Ÿ„ ๐Ÿ„
๐Ÿ„๐Ÿ„๐Ÿ„ ๐Ÿ„๐Ÿ„๐Ÿ„ ๐Ÿ„ ๐Ÿ„๐Ÿ„๐Ÿ„


โค๏ธ ๐Ÿ’Œ๐Ÿ’Œ๐Ÿ’Œ
โค๏ธ๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

31/08/2025

cal jedhanii fayyisuu Waaqayyoo eeggachuun gaarii dha.
Faaruu Ermiyaas 3:26

27/08/2025

Lafa jibbi jiruu, cooma sangaa nyaachuu irra, lafa jaalalli jiruu, raafuu nyaachuu wayya*.
Macaafa Fakkeenyaa 15:17

26/08/2025

Isan booye it himadhe dhoksaa garaakoo.......

11/12/2022

Rakkoo biyyi keenya keessummeessaa jirtu furuuf obbo jawaar muhammed dhaggeeffachuu fi carraa kennuufiitu furmaata!!

13/11/2022

Itti fayyadamaa

12/10/2022

Tajaajila wal'aansa tolaa/Bilaash.

(Sababa keetiin daa'imni tokkolleen yoo wal'aaname Share godhi).

Hospitaalli Caffee Harar (Hiyawot Fana Specialized Hospital) Namoota rakkoo Micirraa lafee duuydaa qabaniif wal'aansa Tolaa kennaa jira. Wal'aansi tolaa kuni hamma Onkolooleessa 02 bara 2015 tura.

Kanaaf namoota rakkoo akkanaa qaban yoo ganda keessan jiraatan Carraa kanatti akka fayyadaman dhaamaaf.

Afendi Dha odeeffannoo keetiif allamagan.

Jalo juice ati ho mudhiin tee fayyaa ni qabdii bro.

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kuusaa kolfaaf gammachuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share