Hasen jundi Sheko

Hasen jundi Sheko Hizbii Kenyaa hasen. jundi33

02/08/2025
Guyyaa baredhaa turee finfinnee
12/06/2025

Guyyaa baredhaa turee finfinnee

Garaa Biyyaa Arabia
12/06/2025

Garaa Biyyaa Arabia

Faawondeeshiniin Hacaaluu Hundeessaa (FHH) yeroo hundaa rakkoo Uumata isaaf birmachuun kan beekamu yoo ta'u, guyyaa har’...
01/03/2025

Faawondeeshiniin Hacaaluu Hundeessaa (FHH) yeroo hundaa rakkoo Uumata isaaf birmachuun kan beekamu yoo ta'u, guyyaa har’a Artistoota fi Hiriyoota Hacee waliin ta’uun Godina Shawaa Bahaa Aanaa Fantaalleetti .

Seenaa Rirmii hin Nyaatu!

01/03/2025
Oduu ammee!Ministeerri nagaa kan ture Obbo Taayyee Danda’aa guyyaa har’aa gadi lakkifamee maatii ofiittis makamee jira.A...
05/12/2024

Oduu ammee!
Ministeerri nagaa kan ture Obbo Taayyee Danda’aa guyyaa har’aa gadi lakkifamee maatii ofiittis makamee jira.
Ati bakka nuti rakkannee jirrutti ulullee qaama nuhidhee taatee hayyota keenna du’aaf jireenya jidduu jiranitti qooste nuti immoo faallaa keetiin akka ati rakkoo keessaa baatuuf sagalee siif taane(hundaafuu baga maatii keetti nagahaan dabalamte)Rabbitti aansee qaamni ati dursa galatoomfachuu qabdu kabajamoo Obbo JJawar Mohammed ta’uu qaba🙏

Qeerroo kumaatamaan du’a Hacaaluu booda hiitanis gadi lakkisaatii harkaa araaraa keessan diriirsaa!

Address

Adis Ababa
Addis Ababa
ARSIASELLA>

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hasen jundi Sheko posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Hasen jundi Sheko:

Share