Dhugaa sabaa

Dhugaa sabaa GDB

25/03/2026

Finfinneen kan oromoo waancaan kan Arsenal tti jawween ijaa oromotii 🤗

25/03/2026

Jawween ijaa oromotii Finfinneen kan Oromootii waancaan kan Arsenaltii.🤗

03/03/2026
Du'a hin oolan!**************Obbo Beezaa laggasee sinbiruu Du'aan Addunyaa kana irraa Baqatuu isaanii Gaddi nutti dhagay...
22/12/2025

Du'a hin oolan!
**************
Obbo Beezaa laggasee sinbiruu Du'aan Addunyaa kana irraa Baqatuu isaanii Gaddi nutti dhagayamee.

Obbo beezaa sinbiruu Abbaa isaanii laggasaa simbiruu Kisii fi Haadha isaanii Aadde Raaree daalacha waaqayyoo irraa bara 1943 Aanaa dodolaa Magaalaa seeroftaa tti Kan dhalatan Yoo ta'u Guuyaa Har'aa Du'aan Addunyaa kana irraa deemaniiru.

Obbo Beezaa Laggasaa Sinbiruu ilma maatii isaanii biratti jaalatamuufi goota onnee sibiilaa turan. Keessumattuu Obbo Beezaa Laggasaa Sinbiruu barnoota isaanii akkumaa umriin isaanii gaheen Dodolaa eegaluun Mana Barnoota Baatuu Taraaraa Godina Baalee Magaalaa Goobbaatti argamutti baratanii xumuraniiru.

Obbo Beezaa Laggasaa Sinbiruu aantummaa ummataaf qaban giddugala godhachuun bulchiinsa sirnoota dabran adda addaa keessatti hirmaatuun hawaasa isaanii quuqamaan tajaajilaa turaniiru. Obbo Beezaa Laggasaa Sinbiruu hayyummaa uumamaan qabaniifi karaa barnoota ammayyaan horataniin baddaa fi gammoojjiitti ummata isaanii haqummaan tajaajilaa turaniiru.

Obbo Beezaa Laggasaa Sinbiruu sadarkaalee Bulchiinsa Aanaa ta'uun Godina Baalee Aanaalee Gaasaraafi gammoojjiiwwan Godina Baaleetti bifa qulqullummaafi haqummaa qabuun ummata isaanii tajaajilaa turaniiru. Turtii Aanaalee Godina Baaleen boodatti jijjiran Aanaalee Oromiyaa gara garaa keessatti hojjataniiru. Keessumattuu 1980 keessa Aanaalee Dodolaafi kanneen birootti adda durummaan sadarkaa bulchiinsaafi ogummaa hooggansa faayinaansiitiin hojii ummata biratti isaanii boonsuu hedduu hojjataniiru.

Obbo Beezaa Laggasaa Sinbiruu garaa laafummaa qaban irraa ka'uun hawaasa isaaniif qabeenya dhuunfaan qaban irraa arjoomuufi kennuun beekkamu. Keessumattuu haadhoolii fi abbootii rakkoolee hawaasummaafi diinagdee adda addaatiif saaxilamaan aantummaan deeggaruun maqaan isaanii tulluu guddoo fi onnee ummataa keessatti siidaa bara baraa ta'ee mul'ata. Qe'ee warra maatii guddaatii namni waa rakkate waa itti milkaa'uufi qe'ee arjoomni itti badhaadheedha.

Obbo Beezaa Laggasaa Sinbiruu hanga soorama bahanitti quuqamaafi aantummaan ummata isaanii tajaajilaa kan turaniifi qe'ee isaanii taa'an haala leetoo hawaasa isaanii hordofaa turaniiru. Obbo Beezaa Laggasaa Sinbiruu goota garaa laafummaa fi arjoomaa,hayyuu araaraafi nama aantummaan ummata bal'aa osoo hin qoqqoodiin hayyuu tajaajilaa turaniidha.

Obbo Beezaa Laggasaa Sinbiruu jireenya isaanii keessatti maatii haadha warraa lama kan qabaniifi abbaa dhiira torbaafi shamarran sadiiti. Waliigalaatti Obbo Beezaa Laggasaa Sinbiruu abbaa ijoollee kudhaniifi hayyuu ilmaan isaanii barnoota doktoreetii, Injinaaringiifi dameewwan barnoota ammayyaa barsiisuun ummataaf dhalee dhiisaanii deemaniidha. Obbo Beezaa Laggasaa umrii saanii 75tti addunyaa kana irraa du'aan boqataniiru.

Godina Baalee Keenyaa Gannaalee fi Aanaa dodolaa keessatti Hooggansa gara garaatiin Hawaasa isaanii Tajaajila kan Turaniifi Nama woldhabe Araarsuun Akkasuma namaan wojjiin Amla gaariin jiraachaa turuun beekaman.

Maatii isaaniitiif obsa firoottan fi Hiriyaa isaaniitiif Jajjabina hawwina.

Sirni Awwaalcha isaanii Guyyaa boruu Kan Raawwatu ta'a.

አቶ ቤዛ ለጋሴ ሲንቢሩ በሞት ከዚህ ዓለም መለየታቸው እጅግ አሳዛኝ ነው።

አቶ ቤዛ ለጋሴ ሲንቢሩ ከአባታቸው ከአቶ ለጋሴ ሲንቢሩ ኪሲ እና ከእናታቸው ከወ/ሮ ራሬ ዳላቻ በ1943 ዓ.ም. በባሌ ዞን፣ ዶዶላ ወረዳ፣ ሴሮፍታ ከተማ ተወለዱ። ዛሬ በሞት ከዚህ ዓለም ተለይተዋል።

አቶ ቤዛ ለጋሴ ሲንቢሩ በቤተሰባቸው ዘንድ የተወደዱ እና ጠንካራ ልብ ያላቸው ጀግና ሰው ነበሩ። በተለይም ትምህርታቸውን በዶዶላ ጀምረው በባሌ ዞን ጎባ ከተማ በሚገኘው ባቱ ተራራ መ/ት ተማርተው አጠናቀዋል።

አቶ ቤዛ ለጋሴ ሲንቢሩ ለህዝብ ያላቸውን ተገልጋይነት መሠረት በማድረግ በተለያዩ የቀድሞ መንግሥታት ዘመን ውስጥ በመሳተፍ ማህበረሰባቸውን በታማኝነት አገልግለዋል። በተፈጥሯዊ ብቃታቸውና በዘመናዊ ትምህርት ያገኙትን እውቀት በመጠቀም በተራራና በቆላ አካባቢዎች ህዝባቸውን በፍትሕ አገልግለዋል።

አቶ ቤዛ ለጋሴ ሲንቢሩ በባሌ ዞን ውስጥ በተለያዩ ወረዳዎች የወረዳ አስተዳደር ሆነው ህዝባቸውን በንጽህናና በፍትሕ አገልግለዋል። ከዚያም በኋላ በተለያዩ የኦሮሚያ ክልል ወረዳዎች ሰርተዋል። በተለይ በ1980ዎቹ በዶዶላና በሌሎች ወረዳዎች በአስተዳደርና በፋይናንስ አመራር መስክ በህዝብ ዘንድ የሚያኮሩ ብዙ ሥራዎችን አከናውነዋል።

አቶ ቤዛ ለጋሴ ሲንቢሩ በልብ ርኅራኄያቸው የተነሳ ለማህበረሰባቸው ከግል ሀብታቸው በመስጠትና በመርዳት የታወቁ ነበሩ። በተለይም ለማህበራዊና ለኢኮኖሚያዊ ችግኝ የተጋለጡ እናቶችንና አባቶችን በተገልጋይነት በመደገፍ ስማቸው በህዝብ ልብ ውስጥ ዘላቂ ሐውልት ሆኖ ተቀምጧል። ቤታቸው ለችግኝ የሚመጡ ሰዎች መፍትሔ የሚያገኙበት እና ለርኅራኄ የተከፈተ ቦታ ነበር።

አቶ ቤዛ ለጋሴ ሲንቢሩ እስከ እረፍታቸው ድረስ ህዝባቸውን በቅንነትና በተገልጋይነት አገልግለዋል፤ በቤታቸው ተቀምጠውም የማህበረሰቡን ሁኔታ በቅርብ ይከታተሉ ነበር። እርሳቸው ርኅራኄ ያላቸው፣ አርዳኢ፣ የሰላም አስታራቂ እና ህዝብን ያለ ልዩነት የሚያገለግሉ ታላቅ ሰው ነበሩ።

አቶ ቤዛ ለጋሴ ሲንቢሩ በሕይወታቸው ሁለት ባለቤቶች ነበሯቸው፤ ሰባት ወንዶችና ሶስት ሴቶች ልጆች አሏቸው። በአጠቃላይ አስር ልጆች አባት ሲሆኑ፣ ከልጆቻቸው መካከል በዶክትሬት፣ በኢንጂነሪንግና በሌሎች ዘመናዊ የትምህርት መስኮች የተማሩ ሰዎች አሉ፤ ለህዝብ የሚጠቅም ትውልድ ተው ሄደዋል። አቶ ቤዛ ለጋሴ ሲንቢሩ በ75 ዓመታቸው ከዚህ ዓለም ተለይተዋል።

በባሌ ዞን እና በዶዶላ ወረዳ በተለያዩ የአመራር ስፍራዎች ህዝባቸውን ያገለገሉ ሲሆን፣ ግጭት የሚፈጠርበትን በማስታራቅ እና ከሰዎች ጋር በመልካም ሥነ-ምግባር በመኖር የታወቁ ነበሩ።

ለቤተሰባቸው፣ ለዘመዶቻቸውና ለወዳጆቻቸው ትዕግሥትና ጽናት እንመኛለን።

የቀብር ሥነ-ሥርዓታቸው ነገ ይፈጸማል።

Gotaa onnee sibilaa yeroo hundaa sii dinqisifaadha raabii sii haa araramuu😭🖤Nuyi Diina kan biraa hin qabnu ofumaaf walii...
16/12/2025

Gotaa onnee sibilaa yeroo hundaa sii dinqisifaadha raabii sii haa araramuu😭🖤
Nuyi Diina kan biraa hin qabnu ofumaaf walii diina beeki😌
ayi Oromoo!

Horaa bulaa deebana umurii nuf dheeradha
08/12/2025

Horaa bulaa deebana umurii nuf dheeradha

Faarse bula waan isaan mogga deemanif wallaale malee kana namnii ijaan hin garree hanga kana Tilmaamun hin rakkiisu.inta...
06/07/2025

Faarse bula waan isaan mogga deemanif wallaale malee kana namnii ijaan hin garree hanga kana Tilmaamun hin rakkiisu.intaloo tanafi namnii wajedheejiraa Umataa hafarsoo ??

20/04/2024

Dursaa Nageenya irratti hojjedhaa badhaadhina booda itti deebinaa.

25/10/2023

Broken heart 💔😭😭😭😭

🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥Today's Best photo🥰🥰🥰
23/10/2023

🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥
Today's Best photo🥰🥰🥰












Namoonni hedduun keessaan dhuftanii daa'ima sana akka gargaaruu barbaadaniifii gargaaramuuf haala mijjeessuu akkaan qabu...
22/09/2023

Namoonni hedduun keessaan dhuftanii daa'ima sana akka gargaaruu barbaadaniifii gargaaramuuf haala mijjeessuu akkaan qabu natti himtaniifi account irratti gargaartaniis warreen na gaafachaa turtan hedduu galatoomaa. Aniis akkumaan waada isiniif gale har'a ganama harmee isaatii waliin baankii deemee Account maqaa isiitiin banee gargaarsi godhamu kara account harmee isaatiin akka ta'uuf haala mijjeeseera, kanaafuu warri daa'imafi maatii isaas gargaaruu barbaadda lakkoofsa heerega Baankii Daldala Itiyoopiyaa 1000573721229 ( Raziya Umer Yusuf) kanaan gargaaruu dandeessu!
Via Afendi Dha

Address

Bole
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dhugaa sabaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share