Abdiisaa sisaay

Abdiisaa sisaay Ofta'uu
(1)

29/04/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Bacha Bulto, Dheeressaa Tufaa Badhaanee, Obsa Dubi, Usman Ahmed, Chala Bachaa, Wendu Abiye, Lammii Girmaa, Kalifaa Abaatee Man, Gebi Dembob Beneta Harita, Lalisaa Malataa, Yeroon Nagaasa, Dame Irko Hunde, Drfathidrx Abdiasis, Malkaa Olqabaa, Ahmad Mohamed, Yobsan Obse, Jabir Hussein, Israa'eel Waaree Tndhe, Girma Dajane, Caalaa Garramuu, Kumee Gazzuu, Ejara Getu, Milkeessaa Shifarraa Dhugaasaa, Oromoof Oromiyaa Oromoof Oromiyaa, Abarraa Araddaa, Gammachuu Darsuu Dhaabii, Maammoo Mokonnin Mul'ataa, Birraa Kabbadaa, Amadin Abajabal, Murteessaa Iraasuu, Worku Teku, Feyesa Dade, Taaddasaa Ammayyuu, Asheetuu Nabii, Lenco Kusha, Michuu Mucaa Geeraa, Waaqkennee Kabbadaa Beenyaa, Hamdii Said, Muhammadamiin Usmaan, Bilisuma Taraqeng, Yadate Moroda, Amò Desta, Tame Gedefa, Guyyeessi Kha Gordoo GKg, Damee Girmaa, Leencoo Leencoo, Obsee Yee Shawa Lij, Gaddisaa Fayyisaa, Gooroo Buudee Goobana, Guddataa badiruu

Guyyaa milkii!!
20/01/2026

Guyyaa milkii!!

Baga milkoofnee!!
13/01/2026

Baga milkoofnee!!

Ayyaanni Yaadannoo Warra Abbaa Oromoo Marsaa 16ffaaf Giddugala Bahaa, Wiirtuu Baha Shaggar, Konyaa Boosat, Galma Amantii Waaqeffannaa Boosatitti kabajame. Dhaabbata Hordoftoota Amantii Waaqeffannaatti ayyaanota kabajaman keessaa isa tokko kan ta’e Ayyaanni Yaadannoo Warra Abbaa Oromoo, amajjii 3/2...

30/12/2025

Uummanni Jiilleefi Arsii bara durii irraa eegalee alagaan waldhabsiisudhaan walwaraanaa kan turan yoo ta’u, dhibdeen yeroo sanii akkaataa jiruun kan hin xumuramin waan ta’eef, hanga ammaattuu eessumaa soddaa walkeessaa kan hin qabne, waljaalalli Oromummaa isaanii kan hanqatu ta’uu qorannaa Gal...

29/12/2025

Karaan fayyinaa Oromoo Akkaataa dhugaa fi heera isaatin taha!Jiillee fi Arsiin baga walitti fayyaan!

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdiisaa sisaay posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Abdiisaa sisaay:

Share